Sababa lolaa laga Awaashiin lammiilee buqqa’aniifi miidhaman gargaarsaa fi deeggarsa taasisuuf qindoominaan hojjetamaa jira
AMN PLUS-Hagayya 1/2017 Buusaa Gonofaan Oromiyaa Godina Shawa Lixaa fi Shawa Kibba Lixaatti lolaa laga Awaashirraa mudateen lammiilee qe’ee isaanii irraa buqqa’anii fi miidhaman gargaarsaa fi deeggarsa taasisuuf qindoominaan hojjetamaa…