Balalii ET-298 magaalaa Maqalee yoo qubatu rakkoon xiqqaan mudateera- Daandii Qilleensaa Itoophiyaa

AMN PLUS- Adoolessa 9/2017 Xiyyaarri balalii ET-298 Finfinneerraa gara Maqalee balali'e Buufata Xiyyaaraa Aluulaa Abbaa Naggaa qubachuuf yeroo jedhu mucucaannaan xiqqaan isa mudachuu Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa beeksise. Xiyyaarichi yeroo qubatu…

Continue ReadingBalalii ET-298 magaalaa Maqalee yoo qubatu rakkoon xiqqaan mudateera- Daandii Qilleensaa Itoophiyaa

Rakkoo Jijjiirama qilleensaa addunyaa qoraa jiruu furuuf manca’insa uumamaa iddootti deebisuu qofaadha jedhame

AMN PLUS- Adoolessa 8/2017 Rakkoo Jijjiirama qilleensaa addunyaa qoraa jiruuf furmaanni dhalli namaa Uumama mancaase iddootti deebisuu qofaa jedhan Ministir Deetaan Ministeera Pilaaniifi Misoomaa Obbo Suyyum Mokonnin ibsaniiru. Itoophiyaan Yaa'ii…

Continue ReadingRakkoo Jijjiirama qilleensaa addunyaa qoraa jiruu furuuf manca’insa uumamaa iddootti deebisuu qofaadha jedhame

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) manni maree ministirootaa bara dhufu hojiirra kan oolu karoora dameewwan hundaafi karoora misoomaa biyyaalessaa qorachuu himan

AMN PLUS Adoolessa 7/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) ergaa karaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin manni maree ministirootaa bara dhufu hojiirra kan oolu karoora dameewwan hundaafi karoora misoomaa biyyaalessaa 2018…

Continue ReadingMinistirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) manni maree ministirootaa bara dhufu hojiirra kan oolu karoora dameewwan hundaafi karoora misoomaa biyyaalessaa qorachuu himan

Kantiibaa Adaanech Abeebee Pirezidaantii Naannoo Beenishaangul Gumuz Obbo Ashaadlii Hasan waliin ta’uun Magaalaa Asoosaatti biqiltuu dhaaban

AMN Adoolessa 05/2017 Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adde Adaanech Abeebee Pirezidaantii Naannoo Beenishaangul Gumuz Obbo Ashaadlii Hasan waliin ta'uun Magaalaa Asoosaatti biqiltuu dhaabaniiru. Kantiibaa Adaanech Abeebee ergaa karaa miidiyaa hawaasummaa…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebee Pirezidaantii Naannoo Beenishaangul Gumuz Obbo Ashaadlii Hasan waliin ta’uun Magaalaa Asoosaatti biqiltuu dhaaban

Magaalaa Shaggaritti Eksipoon Invastimentii Idil-adunyaa adeemsifamuufi AMN PLUS-Waxabajji 27/2017 Ekispoon Invastimentii Idil-Addunyaa jalqabaa mata duree "Shaggaritti Invastii taasisaa"jedhuun, Magaalaa Shaggaritti gaggeeffamuufi Ekispoon Invastimentii Idil-Addunyaa guyyoota Sadiif turu, guyyaa borii Magaalaa…

Continue Reading

Ijaarsi Hidha Haaromsaa Guddichaa Itoophiyaa xumuramuun xiyyeeffannoo midiyaalee jajjaboo Idil addunyaa argate

AMN PLUS- Waxabajjii 27/2017 Gabaasaalee Idil addunyaa akka BBC,AFP, Aljazera,Sudan Tribune , New York times,Xinhua,CGTN ,Anadolu,Al Arabiya,France 24 fi Africa news Ijaarsi Hidhaa Haaromsaa xumuramuun dhiyeennatti akka Eebbifamu haasaa Ministira…

Continue ReadingIjaarsi Hidha Haaromsaa Guddichaa Itoophiyaa xumuramuun xiyyeeffannoo midiyaalee jajjaboo Idil addunyaa argate

Manni Maree Ministirootaa Walga’ii Idilee 48ffaa taa’een ajandaawwan garagaraa irratti mari’achuun murtoowwan dabarse

AMN PLUS- Waxabajjii 27/2017 Manni Maree Ministirootaa Walga’ii idilee 48ffaa har’a taa’een dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera. Manni marichaa jalqabarratti kan mari’ate wixineewwan labsii deeggarsa maallaqaafi waliigaltee liqaa raggaasisuuf dhiyaatan…

Continue ReadingManni Maree Ministirootaa Walga’ii Idilee 48ffaa taa’een ajandaawwan garagaraa irratti mari’achuun murtoowwan dabarse

Bara kana lammilee miiliyoona 4. 5 oliif carraan hojii uumamuu Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) himan

AMN PLUS- Waxabajjii 26/2017 Akka biyyaalessaatti bara kana lammiilee miiliyoona 4.5 caalaniif carraan hojii uumuu Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.), ibsa Miseensota Mana Maree Bakka Bu'ootaaf taasisaniin himaniiru. Ministirri Muummee…

Continue ReadingBara kana lammilee miiliyoona 4. 5 oliif carraan hojii uumamuu Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) himan

Barana Itoophiyaan Konfiraansii idil addunyaa 150 ol keessumeessuu Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) himan

AMN PLUS- Waxabajjii 26/2017 Barana Itoophiyaan Konfiraansii 150 ol keessumeessuuf carraa argachuu Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) himaniiru. Ministirri Muummee Abiyyi (Dr.) Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti argamuun Gaaffilee Miseensota…

Continue ReadingBarana Itoophiyaan Konfiraansii idil addunyaa 150 ol keessumeessuu Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) himan

Milkaa’ina marii biyyaalessaaf dargaggoonni hirmaannaa taasisaa jiran cimsanii itti fufuu akka qaban Komishiniin Marii Biyyaalessaa waamicha dhiheesse

‎AMN PLUS- Waxabajjii 24/2017 Milkaa'ina marii biyyaalessaaf dargaggoonni hirmaannaa taasisaa jiran cimsanii itti fufuu akka qaban Komishiniin Marii Biyyaalessaa waamicha dhiheesseera. ‎Komishinichi bakka buutota dargaggootaafi dhaabbilee garaagaraa dargaggoota irratti hojjetan…

Continue ReadingMilkaa’ina marii biyyaalessaaf dargaggoonni hirmaannaa taasisaa jiran cimsanii itti fufuu akka qaban Komishiniin Marii Biyyaalessaa waamicha dhiheesse