Carraaqqii Itoophiyaan Ulaa Galaanaa argachuuf taasiftu mootummaan Ameerikaa kan deeggaru ta’uu Itoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa ibsan

AMN PLUS Caamsaa 28/2017 Carraaqqii Itoophiyaan Ulaa Galaanaa argachuuf taasiftu mootummaan Ameerikaa kan deeggaru ta’uu Itoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa Erviin Maasiingaa ibsan

Continue ReadingCarraaqqii Itoophiyaan Ulaa Galaanaa argachuuf taasiftu mootummaan Ameerikaa kan deeggaru ta’uu Itoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa ibsan

Guddina waliigalaa Itoophiyaatti galmaa’eef gaheen hawaasa daldalaa olaanaa ta’uu Ministirri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Kaasahun Goofee (Dr.) himan

AMN PLUS- Caamsaa 27/2017 Guddina waliigalaa Itoophiyaatti galmaa’eef gaheen hawaasa daldalaa olaanaa akka ta’e Ministirrii Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naanaawaa Kaasahun Goofee (Dr.) ibsan. Ministirrii Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naanaawaa…

Continue ReadingGuddina waliigalaa Itoophiyaatti galmaa’eef gaheen hawaasa daldalaa olaanaa ta’uu Ministirri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Kaasahun Goofee (Dr.) himan

Ambaasaaddaroonni biyyoota 9 xalayaa muudamasaanii Pirezidaant Taayyee Atsqasillaaseetti kennan

AMN PLUS Caamsaa 26/2017 Itoophiyaatti haaraa kan muudaman Ambaasaaddaroonni biyyoota 9 xalayaa muudamasaanii Pirezidaant Taayyee Atsqasillaaseetti kennaniiru. Ambaasaaddaroonni xalayaa muudamasaanii dhiheessanis Ambaasaaddaroota biyyoota Awustiraaliyaa, Kuubaa, Aljeeriyaa, Gaambiyaa, Joorjiyaa, Maayinaamaar, Taayilaandi,…

Continue ReadingAmbaasaaddaroonni biyyoota 9 xalayaa muudamasaanii Pirezidaant Taayyee Atsqasillaaseetti kennan

Ministirri Muummee Itti aanaa Obbo Tamasgeen Xurunee Magaalaa Gondoritti Indaastirii ‘TTK’ eebbisan

AMN PLUS-Caamsaa 26/2017 Ministirri Muummee Itti aanaa Obbo Tamasgeen Xurunee Magaalaa Gondoritti Indaastirii ‘TTK’ zayita nyaataa aatoo boonsituu irraa gartokkeen calalee oomishu eebbisanii hojii eegalchiisaniiru. Ministirri Muummee Itti aanaa Obbo…

Continue ReadingMinistirri Muummee Itti aanaa Obbo Tamasgeen Xurunee Magaalaa Gondoritti Indaastirii ‘TTK’ eebbisan

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) Niishaanii kabajaa guddicha Itoophiyaa Biil Geetiin badhaasan

AMN PLUS Caamsaa 24, 2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) sagantaa har'a Masaraa Mootummaa Biyyaalessaatti qophaa'e irratti Niishaana kabajaa guddicha Itoophiyaa Biil Geetiin badhaasaniiru. Badhaasni kabajaa kun hojiilee gurguddoo Faawundeeshiniin…

Continue ReadingMinistirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) Niishaanii kabajaa guddicha Itoophiyaa Biil Geetiin badhaasan

Bakka Bu’oonni Dhaabbileefi Waldaalee Federaalaa ajandaalee irratti mari’achaa turan qindeessuun Komiishinii Marii Biyyaalessaaf kennan.

AMN Plus Caamsaa 24/2017 Finfinnee galma Barkumeetti waltajjii marii ajandaa walitti qabuu dhaabbileefi waldaalee federaa gaggeessafaa ture goolabameera. Dhaabbileefi waldaalee federaala kunneen ajandaa guyyootta darban irratti mari'achaa turan Komishinii Marii…

Continue ReadingBakka Bu’oonni Dhaabbileefi Waldaalee Federaalaa ajandaalee irratti mari’achaa turan qindeessuun Komiishinii Marii Biyyaalessaaf kennan.

Siyaasa ammayya’aee uumuu fi badhaadhina waloo dhugoomsuu keessatti gaheen Waldalee Siivilii murteessadha jedhame.

AMN PLUS-Caamsaa 24/2017 Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti mariin haala yeroo fi gahee Waldaalee Siivilii jijjiirama keessatti jedhu ta'aamaa jira. Waltajjii marii kana irratti argamuun haasaha kan taasisan Hojii Raawwachiisaan Kutaa…

Continue ReadingSiyaasa ammayya’aee uumuu fi badhaadhina waloo dhugoomsuu keessatti gaheen Waldalee Siivilii murteessadha jedhame.

Bakka buutonni Dhaabbileefi waldaalee ajandaa mariin qindeessan waltajjii olaanaaf dhiheessan

AMN PLUS Caamsaa 23/2017 Bakka buutonni boqonnaa marii ajandaa walitti qabuu Dhaabbilee Federaalaafi Waldaalee irratti hirmaataa jiran garee 7 jalatti gurmaa’uun ajandaawwan isaanii qindeessaa oolaniiru. Oolmaa har’aa waaree boodaan ajandaawwan…

Continue ReadingBakka buutonni Dhaabbileefi waldaalee ajandaa mariin qindeessan waltajjii olaanaaf dhiheessan

Waltajjiin marii ajandaa waliitti qabu Dhaabbilee Federaalaafi Waldaalee Magaalaa Finfinneetti adeemsifamaa jira

‎AMN PLUS- Caamsaa 22/2017 Waltajjiin marii ajandaa waliitti qabu Dhaabbilee Federaalaafi Waldaalee Magaalaa Finfinneetti adeemsifamauu eegaleera. ‎Araara, Nagaa waaraafi tokkummaa biyyaalessaa fiduu irratti xiyyeeffachuun Komishiniin Marii Biyyaalessaa waltajjiin marii ajandaa…

Continue ReadingWaltajjiin marii ajandaa waliitti qabu Dhaabbilee Federaalaafi Waldaalee Magaalaa Finfinneetti adeemsifamaa jira