Raayyaan Ittisa biyyaa hawaasa miidhaa sababa kirkiraa lafaan mudate gargaara jira- Dooktar Muusaa Adam

AMN- Muddee 29/2017 Raayyaan Ittisa biyyaa hawaasa naannoo Afaaritti miidhaa sababa kirkiraa lafaatiin mudate gargaara jiraachuu isaa miseensii koreen komaandi poostii dhimma kanaaf hundeeffame Muusaa Adam (Dr.) beeksisaniiru. Raayyaan ittisa…

Continue ReadingRaayyaan Ittisa biyyaa hawaasa miidhaa sababa kirkiraa lafaan mudate gargaara jira- Dooktar Muusaa Adam

Kantiibaa Adaanech Abeebee hoollannaa fi kirkira lafaa tibbana mudachaa jiru ilaalchisee of eeggannoo taasifamuu qabu irratti hayyoota waliin mari’atan

AMN - Muddee 27/2017 Kantiibaa Adaanech Abeebee hoollannaa fi kirkira lafaa tibbana mudachaa jiru ilaalchisee Univesiitii Finfinneetti hayyoota Ji'oo Fiziksii, Saayinsii Hawaa, Astroonomootaa fi Qorattoota Ji'oo-Fizikaalaa waliin of eeggannoo taasifamuu…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebee hoollannaa fi kirkira lafaa tibbana mudachaa jiru ilaalchisee of eeggannoo taasifamuu qabu irratti hayyoota waliin mari’atan

Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa fi Obbo Masfin Xaasew Tarminaala Buufata Xiyyaaraa Jeneraal Waaqoo Guutuu eebbisan

AMN PLUS- Mudde 27, 2017 Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa fi Hojii Raawwachiisaa olaanaan Daandii Qilleensa Itoophiyaa Obbo Masfin Xaasaw Tarminaal Keessummeessa Maamiltootaa Buufata Xiyyaaraa Jeneraal Waaqoo Guutuu…

Continue ReadingPireezidaanti Shimallis Abdiisaa fi Obbo Masfin Xaasew Tarminaala Buufata Xiyyaaraa Jeneraal Waaqoo Guutuu eebbisan

Mootummaan lammiilee naannawa kirkira lafaa itti mudatu jiraatan kuma 80 kaasee yeroof qubsoisuuf sochii taasisaa jira- TKM

AMN PLUS- Mudde 26/ 2017 Mootummaan naannawaalee kirkirri lafaa mudateetti miidhaa qaqqabe hojjettoota yeroo balaa ogummaa garaagaraarra walitti babba'an bakkichatti bobbaasuun qorannoo taasisaa jiraachuu ibse. Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa dhimmicha ilaalchisee…

Continue ReadingMootummaan lammiilee naannawa kirkira lafaa itti mudatu jiraatan kuma 80 kaasee yeroof qubsoisuuf sochii taasisaa jira- TKM

Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdisaa fi Ministirri Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaa dhimmoota fayyaa naannichaa irratti mari’atan

AMN PLUS - Muddee 26/2017 Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdisaa fi Ministirri Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaa dhimmoota fayyaa naannichaa haala daran itti cimsan irratti mari'ataniiru. Marii isaanii keessatti tajaajila…

Continue ReadingPireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdisaa fi Ministirri Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaa dhimmoota fayyaa naannichaa irratti mari’atan

MM Abiyyi Ahimad Pirojektii Sagantaa Maaddii Biyyaafiitiin ijaaramaa jiru Pirojektii Shabalee daawwatan

AMN PLUS- Mudde 26/ 2017 Itoophiyaan qormaatilee keessatti dameewwan garaagaraatiin guddina ajaa’ibaan olka’aa jirti jedhan Ministirri Mummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr). Pirojektii qaama sagantaa Maaddii Biyyaafiitiin Naannoo Soomaaleetti ijaaramaa kan…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad Pirojektii Sagantaa Maaddii Biyyaafiitiin ijaaramaa jiru Pirojektii Shabalee daawwatan

Naannoo Oromiyaatti bara bajaata kanatti lafa heektaara mil. 4 irratti qamadii bonee misoomsuuf karoorfamee hojjatamaa jira- Obbo Shimalis Abdiisaa

AMN- Muddee 25,2017 Naannoo Oromiyaatti bara bajaata kanatti lafa heektaara mil. 4 irratti qamadii bonee misoomsuuf karoorfamee hojjatamaa jiraachuusaa Pireezidaantiin Mootummaa Nannoo Oromiyaa Obbo Shimalis Abdiisaa himaniiru. Bara 2011 facaasaa…

Continue ReadingNaannoo Oromiyaatti bara bajaata kanatti lafa heektaara mil. 4 irratti qamadii bonee misoomsuuf karoorfamee hojjatamaa jira- Obbo Shimalis Abdiisaa

Itoophiyaan, Biraaziil bara 2025tti Pirezidaantummaa garee BRICS+ dabaree fudhachuusheen ergaa baga gammaddee dabarsite

AMN- Muddee 25,2017 Itoophiyaan, Biraaziil pirezidaantummaa 'BRICS' bara 2025 fudhachuu isheetiif ergaa baga gammaddee ergiteetti. Biraaziil bara pirezidaantummaa 'BRICS' isheetti mul’ata bulchiinsi idil-addunyaa haqa qabeessa, hunda hammataa fi bu’a qabeessa…

Continue ReadingItoophiyaan, Biraaziil bara 2025tti Pirezidaantummaa garee BRICS+ dabaree fudhachuusheen ergaa baga gammaddee dabarsite

Jilli Itoophiyaa Injiinar Ayishaa Mahaammadiin durfamu Somaaliyaa daawwateera

AMN PLUS- Mudde 25/2017 Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahimud waliin marii milkaa'ina qabu kan taasise jilli kun ergaa Ministira Muummee Dr Abiyyi Ahimad irraa ergames Pirezidaantii Somaaliyaaf kenneera. Biyyoonni lamaan…

Continue ReadingJilli Itoophiyaa Injiinar Ayishaa Mahaammadiin durfamu Somaaliyaa daawwateera