Aadaa siyaasaa Itoophiyaa keessatti cabiinsi lamaa akka jiru Muummeen Minisitira Abiyyi Ahimad (Dr.) dubbataniiru.
Ministirri Muummee Abiyyi (Dr.) har’a mana mare bakka bu’otaatti argamuun gaaffilee fi yaadota miseensonni mana maree kaasaniif deebii fi ibsa kennaniiru. Cabinsa siyaasaa keessa nni tokko aadaa wal miidhuufi wal…