Artistiin beekamaan Inqusillaasee Warqi’aganyehu du’aan addunyaa kanarraa boqote
AMN- Amajjii 11/2017 Artistiin beekamaan Inqusillaasee Warqi'aganyehu du'aan addunyaa kanarraa boqochuu isaanii odeeffannoon Raas Tiyaatira irraa argame ni mul'isa. Artistiin gameessii kun dhukkubsate wal'aansi isaaf yeroo taasifamaa turetti du'aan addunyaa…