Guyyaan dubartootaa sadarkaa naannoo Oromiyaatti Magaalaa Shaggar, Kutaa Magaalaa Koyyee Facceetti kabajamaa jira.
AMN PLUS- Guraandhala 29, 2017 Akka addunyaatti yeroo 114ffaaf, akka Itoophiyaatti yeroo 49ffaaf kabajamaa kan jiru guyyaan dubartootaa sadarkaa Naannoon Oromiyaatti Magaalaa Shaggar, Kutaa Magaalaa Koyyee Facceetti bakka hoggantootni naannoofi…