Itoophiyaatti kirkirri lafaa maaginiitiyuudii 5.2 galmeesse mudate
AMN PLUS, Guraandhala 17, 2917 Itoophiyaatti kirkirri lafaa cimaan maaginiitiyuudii 5.2 galmeesse naannoo Afaar, Awaashitti mudate. Halkan walakkaarra kirkirri lafaa 3 kan mudate yoo ta'u naannoo Afaar naannawa Awaashitti maaginiitiyuudii…