Mootummaan deeggarsi gatii boba’aaf taasifame kaayyoo karoorfameef ooluusaa hordoffii cimaa taasisa jedhame
AMN PLUS- Amajjii 5/2017 Mootummaan deeggarsi gatii boba’aaf taasifame kaayyoo karoorfameef ooluusaa hordoffii cimaa taasisaa jiraachuu Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise. Gatiin boba’aa kan madaalamu gatii idil addunyaarra jiruun…