Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa hojii misooma qonnaa Godina Baalee Bahaa daawwachaa jiru

AMN - Muddee 02/2017 Jiilli Hooggantootaa Naannòofi Federaalaa Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu godina Baalee Bahaa Aanaa Laga Hidhaatti omisha mishingaa fi xaafii kilaastaraan misoome daawwachaa jira.…

Continue ReadingPirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa hojii misooma qonnaa Godina Baalee Bahaa daawwachaa jiru

Dhiyyeessii oomishaalee beelladaa babal’isuuf hojjetamaa jira – Dooktar Girmaa Amantee

AMN- Mudde 01/2017 Fedhii dhiyyeessa oomishaalee beelladaa hawaasni qabu guutuuf sagantaan biyyaalessaa qophaa’uun hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksiseera. Ministirri Qonnaa Dooktar GirmaaAmanteen jila Taanzaaniyaa waliin mari’ataniiru. Itoophiyaan guddina Diinagdee ishee…

Continue ReadingDhiyyeessii oomishaalee beelladaa babal’isuuf hojjetamaa jira – Dooktar Girmaa Amantee

Komishiniin Marii Biyyaalessaa hayyoota Naannoo Oromiyaa waliin mari’ataa jira

AMN- Muddee 01/ 2017 Milkaa'ina Marii biyyaalessaaf gaheen hayyootaa ol'aanoo ta'uu Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa beeksise. Komishinichi adeemsa ajandaa walitti qabuu Naannoo Oromiyaa irratti haala mijeessitoota, hayyoota dhaabbilee Barnootaa ol'aanoo…

Continue ReadingKomishiniin Marii Biyyaalessaa hayyoota Naannoo Oromiyaa waliin mari’ataa jira

MM Abiyyi Ahimad Shaakkisootti Warshaa Oomisha Warqii YMG Gold eebbisan

AMN- Mudde 01/2017 Itoophiyaan biyyoota Afrikaa ariitiin guddachaa jiran keessaa ishee tokkoo ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiyyi Ahimad ibsan. Dameewwan guddina saffisaa agarsiisaa jiran keessaa Indaastiiriin Oomisha Warqii tokko…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad Shaakkisootti Warshaa Oomisha Warqii YMG Gold eebbisan

Walitti dhufeenya Itoophiyaa fi Cheek Ripablik cimsuuf waliigalteen mallataa’e

AMN - Sadaasa 30/2017 Itti Aanaa Muummee Ministiraa Obbo Tamasgeen Xuruunaa, Itti Aanaa Muummee Ministiraa Cheek Ripablik Maariyaan Urechka waliin mari’ataniiru. Marii kanaan walitti dhufeenya Itoophiyaa fi Cheek Ripablik kan…

Continue ReadingWalitti dhufeenya Itoophiyaa fi Cheek Ripablik cimsuuf waliigalteen mallataa’e

Komishiniin Marii Biyyaalessaa Abbootii Gadaafi Haadholii Siinqee waliin mari’ataa jira

AMN- Sadaasa 30/ 2017 Komishiniin Marii Biyyaalessaa adeemsa ajandaa walitti qabuu akka Naannoo Oromiyaatti torbee dhufu eegalu milkeessuuf dhimmoota dandeessisan irratti Abbootii Gadaafi Haadholii Siinqee waliin Adaamatti mari'achaa jira. Komishishinarri…

Continue ReadingKomishiniin Marii Biyyaalessaa Abbootii Gadaafi Haadholii Siinqee waliin mari’ataa jira

Dooktar Girmaa Amanteen Ministira Muummee Itti Aanaa Riippaablika Cheek waliin mari’atan

AMN- Sadaasa 30/2017 Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Ministira Muummee Itti Aanaa Riippaablika Cheek Maariyaan Juurkaa waliin mari’ataniiru. Dooktar Girmaan Amanteen Itoophiyaatti Misooma Qonna Qamadii,Maaddii Guutuu fi Ashaaraa magariisaan…

Continue ReadingDooktar Girmaa Amanteen Ministira Muummee Itti Aanaa Riippaablika Cheek waliin mari’atan

MM Abiyyi Ahimad (Dr.) Ergaa Sirna Kabaja Guyyaa Sabootaa, Sab-lammootaa fi Ummattootaa 19ffaa irratti dabarsaniin qabxiilee ijoo dubbatan keessaa

• Itoophiyaa sabddannoofte ijaruuf ayyaanonni gurguddoon akkasii bakka sirrii ta’etti kabajabamuun isaanii miidhagina Itoophiyaa, olka’insa Itoophiyaa, tokkummaa Itoophiyaa agarsiisu • Aarbaamiciin madda tokkooma keenyaa, nagaa keenyaa fi jalalaati • Kitaaba…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (Dr.) Ergaa Sirna Kabaja Guyyaa Sabootaa, Sab-lammootaa fi Ummattootaa 19ffaa irratti dabarsaniin qabxiilee ijoo dubbatan keessaa

Guyyaan ayyaana Saboota, Sab-lammootaa fi Ummattoota 19ffaa haala ha’aa fi miidhagina qabuun kabajamee golabame

AMN- Sadaasa 29/2017 Guyyaan ayyaana Saboota, Sab-lammootaa fi Ummattoota 19ffaa bara kanaa haala ha’aa fi miidhagina qabuun kabajamee golabameera. Ayyaanni saboota, sab-lammootaa fi ummattoota Itoophiyaa bara kanaa mata duree "tokkummaa…

Continue ReadingGuyyaan ayyaana Saboota, Sab-lammootaa fi Ummattoota 19ffaa haala ha’aa fi miidhagina qabuun kabajamee golabame