Finfinneen lammiileen akka of danda’aniif hojii Afriikaaf Fakkeenya ta’u hojjechaa jirti- Mr. Wenchaayi Zhaangi
AMN PLUS - Amajjii 16/2018 Finfinneen lammiileen sagantaa seeftineetiin utubamanii gara oomishuutti akka Ce'an gochuun hojii Afriikaaf Fakkeenya ta'u hojjechaa jirti jedhan Daayirektarri Olaanaa fi Hogganaan Bulchiinsaa Baankii Addunyaa Mr.…