Fayyadamummaa uummataaf deeggarsi dabalataa birri biiliyoona 14 taasifamaa jira- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN Plus- Onkoloolessa 03/2018 Magaalaa Finfinneetti dameelee fayyadamummaa uummataa kallattiin mirkaneessaniif deeggarsa dabalataa birria biiliyoona 14 taasisaa jiraachuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee himan. Finfinneen misooma ilmaan namaa irratti…

Continue ReadingFayyadamummaa uummataaf deeggarsi dabalataa birri biiliyoona 14 taasifamaa jira- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Miidhagina taatewwan Finfinneef bu’uurri guddaan uummata- Kantiibaa Adaanech Abeebe

AMN Plus- Onkoloolessa 03/2018 Kurmaana Jalqabaatti taateewwan Magaalaa Finfinneetti keessummaa’an akka milkaa’aniif bu’uurri guddaan uummata akka ture Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee himan. Manni Maree Magaalaa Finfinnee 3ffaan, Yaa’ii…

Continue ReadingMiidhagina taatewwan Finfinneef bu’uurri guddaan uummata- Kantiibaa Adaanech Abeebe

Kurmaana jalqabaatti carraan hojii kuma 96 ol uumameera- Obbo Xiraatuu Bayyanaa

AMN Plus -Onkoloolessa 03/2018 Magaalaa Finfinneetti, Kurmaana jalqabaa bara 2018’n lammiilee kuma 96f 210f carraan hojii uumamu Sadarkaa I/A Kantiibaatti Hogganaan Biiroo Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Finfinnee Obbo Xiraatuu Bayyanaa…

Continue ReadingKurmaana jalqabaatti carraan hojii kuma 96 ol uumameera- Obbo Xiraatuu Bayyanaa

Yaadaafi Gaaffilee Miseensota Mana Maree Magaalaa Finfinneerraa Ka’an maal fa’a?

• Misoomni Kooriidarii haga ammaa hojjetame hawaasa gammachiiseera, garuu bakkeewwan kooriidariin hin geenyetti hawaasni "nuuf ha dhufu" jechaa jira, maaltu yaadame? • Daballii miindaa hojiirra oolchuuf adeemsi jiru maali? •…

Continue ReadingYaadaafi Gaaffilee Miseensota Mana Maree Magaalaa Finfinneerraa Ka’an maal fa’a?

Finfinneetti sosochiin qaamaa aadaa ta’eera- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Onkolooleessa 02/2018 Magaalaa Finfinneetti jiraattonni sochiilee qaamaa dirreerraa aadaa, taasifachaa akka dhufan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen himan. Aadde Adaanech ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin jiraattonni sochii…

Continue ReadingFinfinneetti sosochiin qaamaa aadaa ta’eera- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Daballii mindaa haaraa kaffaluuf qophii xumureera- Biiroo Maallaqaa Finfinnee

AMN PLUS- Fulbaana 30/2018 Biiroon Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee daballii miindaa hojjettoota mootummaa baatii Fulbaanaarraa kaasee hojiirra oolu kaffaluuf qophii xumuruu beeksise. Sadarkaa Kantiibaa Itti Aanaatti Hogganaan Biiroo Maallaqaa Finfinnee…

Continue ReadingDaballii mindaa haaraa kaffaluuf qophii xumureera- Biiroo Maallaqaa Finfinnee

AMN amantiiwwan gidduutti walkabajuufi waldanda’uun akka dagaagu gumaacha taasiseef beekamtii argate

AMN Plus - Fulbaana 29/2018 Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Finfinnee, Addis Miidiyaa Neetiwoork amantiiwwan gidduutti walkabajuufi waldanda’uun akka dagaaguufi tokkummaan akka jiraatu gumaacha taasiseef beekamtii kenneef. AMN ayyaanotaafi sagantaalee amantiiwwan gara…

Continue ReadingAMN amantiiwwan gidduutti walkabajuufi waldanda’uun akka dagaagu gumaacha taasiseef beekamtii argate

“Akkamiin pirojektii hammi kun ganna tokkotti xumurame jedheen of gaafadhe” Dhalattuu Keeniyaa, Zeeyinabu Huseen Abdullaayii

‎AMN PLUS- Fulbaana 28/2018 ‎Finfinneetti akkamiin pirojektii hammi Kun ganna tokkotti xumurame jedheen of gaafadhe jechuun Keeniyaa Marsaabeet Kaawunti irraa kan dhufan Aadde Zeeyinabu Huseen Abdullaayii dubbatan. Aadde Zeyinabuun AMN…

Continue Reading“Akkamiin pirojektii hammi kun ganna tokkotti xumurame jedheen of gaafadhe” Dhalattuu Keeniyaa, Zeeyinabu Huseen Abdullaayii

Kenna tajaajilaa seera qabeessaafi si’ataa taasisuuf hojii jalqabne cimsinee itti fufna- Kantiibaa Adaanach Abeebee

AMN Plus- Fulbaana 28/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Tajaajila Giddugala Tokkoo Masoob damee Boolee hojii eegalchiisaniiru. Ministira Muummee waliin tahuun Giddu galeessa tajaajila Dijiitaalaa bakka tokkoo eegalchiisuu isaanii…

Continue ReadingKenna tajaajilaa seera qabeessaafi si’ataa taasisuuf hojii jalqabne cimsinee itti fufna- Kantiibaa Adaanach Abeebee