Misooma Koriidarii Daandii 5.5 Km Dheeraatuuf Bakki Dhaabbii Konkolaattoota Kuma 2 Keessummeessu Qophaa’uun Ibsame

‎AMN PLUS - Guraandhala 28/2018 ‎Magaalaa Finfinneetti bakkeewwan daandii dhiphaa qabaachuun rakkoo yaa'insa tiraafikaa hammaataa qaban keessaa tokko kallattii daandii Uraa'el - Boolee Biraas geessudha. ‎Daandiin kun bakka dhaabbii konkolaataa…

Continue ReadingMisooma Koriidarii Daandii 5.5 Km Dheeraatuuf Bakki Dhaabbii Konkolaattoota Kuma 2 Keessummeessu Qophaa’uun Ibsame

MM Abiyyi Ahimed Pirojektii Jallisii Qeexoo jiraattota aanaalee Sadii Caanqaafi Hawwaa Galaan tajaajilu eebbisan

AMN PLUS - Guraandhala 11/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Godina Qeellam Wallaggaatti Pirojektii Misooma jallisii Qeexoo tajaajila eegalchiisaniiru. Dooktar Abiyyi miidiyaa hawaasummaa isaaniin "Aanaalee Sadii Canqaa fi Hawwaa…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimed Pirojektii Jallisii Qeexoo jiraattota aanaalee Sadii Caanqaafi Hawwaa Galaan tajaajilu eebbisan

Yaa’iin Hooggantoota Gamtaa Afrikaa 39ffaan Finfinneetti Taa’amaa Ture Goolabameera.

AMN PLUS - Guraandhala 08/18 Yaa'ii Hooggantoota Gamtaa Afrikaa 39ffaa Mata Duree 'Dhiyeessii Bishaanii Itti Fufiinsa Qabuufi Sirnoota Eegumsa Qulqullinaa Nageenyummaan Isaa Eegame Mirkaneessuu; Milkaa'ina Galmoota Agandaa 2063'f' Jedhuun Guyyoota…

Continue ReadingYaa’iin Hooggantoota Gamtaa Afrikaa 39ffaan Finfinneetti Taa’amaa Ture Goolabameera.

Finfinneen Waancaa Afriikaa fi Yaa’ii COP-32 gahumsaan keessummeessuuf haalota dandeessisan qorachuun mirkaneessite

AMN PLUS- Amajjii 12/2018 Boordiin Pilaanii Magaalaa Finfinnee qorannoo dorgomtummaa magaalattiin sadarkaa idil-addunyaatti qabdu guddisuu dandeessisu irratti mari'atee mirkaneessuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen himan. Aadde Adaanech Abeebeen midiyaa…

Continue ReadingFinfinneen Waancaa Afriikaa fi Yaa’ii COP-32 gahumsaan keessummeessuuf haalota dandeessisan qorachuun mirkaneessite

Finfinneetti Sagantaa Maaddii Guutuun dhiibbaan jireenya xiqqeessuun danda’ameera- Komishinicha

AMN PLUS- Amajjii 7/2018 Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee wabii midhaan nyaataa mirkaneessuuf hojii sadarkaa biyyaatti hojjatamaa jiruun, sagantaa Maaddii Guutuun hojii milkaa’aa hojjatee bu’aan galmeessise cimee itti fufuu akka qabu Ministeerri…

Continue ReadingFinfinneetti Sagantaa Maaddii Guutuun dhiibbaan jireenya xiqqeessuun danda’ameera- Komishinicha

Mallaqa uummataatiin biyya ijaaraa jirra- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS - Amajjii 4/2018 Magaalaa Finfinneetti waliigalaan pirojektoonni birrii tiriiliyoona 1.3 baasan tumsa mootummaafi damee dhuunfaatiin ijaaramaa jiraachu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee himan. Kantiibaa Adaanech sadarkaa hojii…

Continue ReadingMallaqa uummataatiin biyya ijaaraa jirra- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Gaggeessaan, kan of moo’eefi of dhaggeeffatudha- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS - Mudde 26/2018 ‎Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) "Gaggeessaan ofii isaa kan mo'ateefi keessoosaa sirriitti kan dhaggeeffatudha" jedhan. ‎Dooktar Abiyyi Kabaja hundeeffama waggaa 75ffaa Yunivarsiitii Finfinnee tibbanaa irratti…

Continue ReadingGaggeessaan, kan of moo’eefi of dhaggeeffatudha- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Appilikeeshiniin Kitaabilee Ida’amuu qabate hojii eegale

Ergaa Waajjira Ministira Muummee Kitaabileen Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimadiin barraa’an (Ida’amuu, Daandii Ida’amuu, Dhaloota Ida’amuu, fi Mootummaan Ida’amuu) namarratti xiyyeeffachuun imala diinagdee damdaneessaan yeroo gabaabaa keessatti Itoophiyaa gara boqonnaa…

Continue ReadingAppilikeeshiniin Kitaabilee Ida’amuu qabate hojii eegale

“Akka Singaapoor osoo hin taane, akka Itoophiyaa ta’aa!”- Gaazexaa Keeniyaa

‎AMN PLUS- Sadaasa 29/2018 ‎Gaazexaan Keeniyaa "Istaandaard" jedhamu hojiilee misoomaa Finfinneetti saffisaan raawwatamaa jiran dinqisiifate. Misooma kooriidarii fi modeela misoomaa, ofitti amanamummaa Itoophiyaan hojjatamaa jiru dinqisiifateera. ‎Gaazexaan kun muuxannoon Itoophiyaa…

Continue Reading“Akka Singaapoor osoo hin taane, akka Itoophiyaa ta’aa!”- Gaazexaa Keeniyaa

Dargaggoota yunivarsiitiiwwan adda addaa irraa eebbifaman kuma 158 caalaniif carraan hojii uumamuun ibsame

‎AMN PLUS-Sadaasa 24/2018 ‎Ji’oota afran darbanitti dargaggoota fi dubartoota yunivarsiitiiwwan adda addaa irraa eebbifaman dabalatee dargaggoota fi dubartoota kuma 158fi 138’f carraan hojii dhaabbataan akka uumame Biiroon Carraa Hojii Uumuufi…

Continue ReadingDargaggoota yunivarsiitiiwwan adda addaa irraa eebbifaman kuma 158 caalaniif carraan hojii uumamuun ibsame