Kantiibaa Adaanech Abeebee hojjettoota hojii ijaarsa misooma kooridarii irrati hirmaatan waliin ayyaana Faasikaa kabajan
AMN PLUS - Ebla 12/2017 Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee hojjettoota hojii ijaarsa misooma kooridarii irrati hirmaatan, kontiraaktarootaafi gorsitoota waliin bakka hojiitti ayyaana Faasikaa kabajuusaanii beeksisaniiru. Kantiibaa Adaanech…