Giddugalli Konvenshinii Idil-addunyaa Addis Magaalaa Finfinneef madda qabeenyaa adda hin cinne uumuu dha- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Guraandhala 23/2017 Giddugalli Konvenshinii Idil-addunyaa Addis Magaalaa Finfinneef madda qabeenyaa adda hincinne kan uumuu akka ta’e Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebee ibsaniiru. Giddugalli kun bakka Muummichi…

Continue ReadingGiddugalli Konvenshinii Idil-addunyaa Addis Magaalaa Finfinneef madda qabeenyaa adda hin cinne uumuu dha- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Injifannoon Adwaa seensa waloo dhaloota dhufuuti- Aadde Adaanech Abeebee

AMN PLUS Guraandhala 23/2017 Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee baga geessanii kabaja guyyaa yaadannoo injifannoo Adwaa 129ffaa dabarsaniiru. Aadde Adaanech fuula marsaa hawaasaa isaanitiin ergaa dabarsaniin, injifannoon Adwaa…

Continue ReadingInjifannoon Adwaa seensa waloo dhaloota dhufuuti- Aadde Adaanech Abeebee

Balaa abiddaa kutaa Magaalaa Kolfee Qaraaniyoot mudatee ture to’annoo jala oole

AMN PLUS Guraandhala 19/2017 Balaan abiddaa kutaa Magaalaa Kolfee Qaraaniyoo Aanaa 2 Naannoo Kaarraa Qoree bakka 'Biqilaa Mannaafashaa' jedhamuun beekamutti mudatee ture to'annoo jala ooluu isaa Komishiniin Hoggansa Abidaa fi…

Continue ReadingBalaa abiddaa kutaa Magaalaa Kolfee Qaraaniyoot mudatee ture to’annoo jala oole

Kutaa Magaalaa Gulalleetti ijoollee 3 bool’aa bishaan kuufate keessa daakuuf yaalan lubbuun isaanii darbe

AMN PLUS- Guraandhala 17/2017 Kutaa Magaalaa Gulalleetti Aanaa 5 Mooraa Giddugala Biqiltuu Gulalleetti ijoolleen bool’aa bishaan kuufate keessa bishaan daakuuf seenan lubbuun isaanii darbeera. Ijoolleen kunniin kaleessa ganama sa’atii keessa…

Continue ReadingKutaa Magaalaa Gulalleetti ijoollee 3 bool’aa bishaan kuufate keessa daakuuf yaalan lubbuun isaanii darbe

Konfiraansiin Uummataa kallattii Paartii Badhaadhinaa irratti fuulleffate Finfinneetti taa’amuu eegale

AMN PLUS, Guraandhala 15, 2017 Konfiraansiin Ummataa sadarkaa biyyaalessaa magaalaa Finfinneeti taa’amaa jira. Kutaaleen hawaasaa garaagaraa konfiraansicharratti hirmaachaa jiru. Pireezidaantiin Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Dooktar Indaashaw Xaasaw, Pireezidaantiin Naannoo Gaambeellaa Aadde…

Continue ReadingKonfiraansiin Uummataa kallattii Paartii Badhaadhinaa irratti fuulleffate Finfinneetti taa’amuu eegale

Finfinneetti giddu galli yeroo tokkotti konkolaattota Elektirikiin hojjetan 16f anniisaa kennu hojii eegale

AMN PLUS, Guraandhala 14, 2017 Magaalaa Finfinneetti giddu galli konkolaattota Elektirikiin hojjetan 16 yeroo tokkotti anniisaa kennu hojii eegale. Giddu galli kun konkolaataa tokko daqiiqaa 40 keessatti kan guutuufi rakkoo…

Continue ReadingFinfinneetti giddu galli yeroo tokkotti konkolaattota Elektirikiin hojjetan 16f anniisaa kennu hojii eegale

Daawwattoonni biyya keessaa fi alaa kumni 200 fi kumni 46 ol Yaadannoo injifannoo Adwaa daawwatan

AMN PLUS, Guraandhala 14, 2017 Yaadannoon Injifannoo Adwaa erga eebbifamee daawwattoonni biyya keessaa fi alaa kumni 200 fi kumni 46 ol Adwaa daawwachuu isaanii ibsame. Yaadannichi ummataaf banaa erga ta’ee…

Continue ReadingDaawwattoonni biyya keessaa fi alaa kumni 200 fi kumni 46 ol Yaadannoo injifannoo Adwaa daawwatan

Kantiibaa Adaanech Giddugala Yaala Narvii Daa’immanii Itoophiyaaf kan jalqabaa ta’e eebbisiisan

AMN PLUS, Guraandhala 14, 2017 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Hospitaala Yaadannoo Zawudituutti Giddugala Yaala Narvii Daa'immaniifi Dugugguruu Dugdaa Itoophiyaaf kan jalqabaa ta'e eebbisiisan.

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Giddugala Yaala Narvii Daa’immanii Itoophiyaaf kan jalqabaa ta’e eebbisiisan

Bara 2022tti Finfinnee fakkeenya Badhaadhina Afriikaa taasisuuf hojjetamaa jira

AMN PLUS, Guraandhala 13, 2017 Bara 2022tti Finfinnee fakkeenya badhaadhina Afrikaa taate uumuuf hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Hojigaggeessaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee beeksise. Waajjirichi bu'aa qorannoo too'annoofi dhabamsiisa balfaafi furmaata waaraa jechuun…

Continue ReadingBara 2022tti Finfinnee fakkeenya Badhaadhina Afriikaa taasisuuf hojjetamaa jira

Fiilmiin “Abbaa Malkaa” Dilbata dhufu eebbifama

AMN PLUS, Guraandhala 13, 2017 Fiilmiin Afaan Oromoo “Abbaa Malkaa” jedhamu Dilbata dhufu Galma Tiyaatira Biyyaalessaatti eebbifama jedhame. Barreessaafi Qopheessaan Fiilmichaa Leencoo Fiqiruun eebba fiilmichaa ilaalchisuun ibsa miidiyaaleef kennaniin, qabiyyeen…

Continue ReadingFiilmiin “Abbaa Malkaa” Dilbata dhufu eebbifama