Paartiin Badhaadhinaa, Finfinnee miidhagduu taasisuuf waadaa gale gochaan mirkaneessaa jira – Aadde Adaanech Abeebee
AMN- Sadaasa15/ 2017 Paartiin Badhaadhinaa, Finfinnee miidhagduu taasisuuf waadaa gale gochaan mirkaneessaa jira jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee. Hundeeffamni Paartii Badhaadhinaa waggaa 5ffaa naannawa Yadannoo Injifannoo Adwaatti sosochii…