Paartiin Badhaadhinaan Dhimma Ulaa Galaanaa fi cabiinsa faayidaa biyyaalessaa Itoophiyaa biroo sirreessuuf qooda fudhattoota biroo waliin cichoominaan akka hojjetu beeksise

AMN Plus-Onkoloolessa 14/2018 Koreen Hoji Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa Ulaa Galaanaa dabalatee cabiinsa faayidaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa suphuuf qooda fudhattota waliin ciminaan hojjetama jedhe. Pirezidaantii itti aanaan paartichaa Adam Faaraah akka jedhanitti,…

Continue ReadingPaartiin Badhaadhinaan Dhimma Ulaa Galaanaa fi cabiinsa faayidaa biyyaalessaa Itoophiyaa biroo sirreessuuf qooda fudhattoota biroo waliin cichoominaan akka hojjetu beeksise

Faayidaan Biyyaalessaa akka mirkanaa’uuf hojjenna- Paartii Diimokiraatawaa Tigray

AMN PLUS - Onkoloolessa 14/2018 Paartiin Diimokiraatawaa Tigraayi yaa'ii dhaabbattummaa jalqabaa Finfinneetti taa'aa jira. Yaa'icharratti dursaa olaanaan paartichaa Obbo Geetaachoo Raddaa fi miseensotnifi hoggantoonni Paartichaa argamaniiru. Ulaa galaanaa dabalatee Faayidaan…

Continue ReadingFaayidaan Biyyaalessaa akka mirkanaa’uuf hojjenna- Paartii Diimokiraatawaa Tigray

Balballi sirratti cufamee hin teessu, yoo cime karaa foddaa baata- Obbo Hordofaa Baqqalaa

AMN PLUS- Onkoloolessa 14/2018 Miseensi Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Itoophiyaa duraanii Obbo Hordofaa Baqqalaa Itoophiyaan uummata Miliyoona 130 ol qabdu ulaa galaanaa dhabuun ishee dogoggora seenaati jedhan. Dooktarri Kabajaa…

Continue ReadingBalballi sirratti cufamee hin teessu, yoo cime karaa foddaa baata- Obbo Hordofaa Baqqalaa

Mootummaan Ida’amuu cabiinsa kaleessaa wal’aanuun imala fuulduraaf kallattii kaa’a jedhame

AMN Plus- Onkoloolessa 13/2018 Kitaabni Mootummaa Ida'amuu, idaa dhaloota kaleessa irraa dhufe guutuun biyya fakkeenya taate ijaaruuf kallattii kan agarsiisu ta'uu ibsame. Hojjettoonnifi Hooggantootni dhaabbilee mootummaa Magaalaa Finfinnee qabiyyee Kitaaba…

Continue ReadingMootummaan Ida’amuu cabiinsa kaleessaa wal’aanuun imala fuulduraaf kallattii kaa’a jedhame

Rakkoon Itoophiyaa Laga Abbayyaafi Galaana Diimaan waarawaan hiikkata- Obbo Awwaluu Abdii.

AMN Plus- Onkoloolessa 13/2108 Rakkoon hiyyummaa Itoophiyaa Laga Abbayyaafi Galaana Diimaan walitti araarsuun waarawaan hiikkatee badhaadhinaan bakka bu'a jedhan Pirezidaantii Itti aanaan Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii. Mariin Gumii Balal…

Continue ReadingRakkoon Itoophiyaa Laga Abbayyaafi Galaana Diimaan waarawaan hiikkata- Obbo Awwaluu Abdii.

Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee raawwii kurmaana 1ffaa qorachuu eegale

AMN Plus- Onkoloolessa 08/2018 Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee raawwii kurmaana 1ffaa bara 2018 qorachuu eegaluu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee himan. Waltajjichaan raawwii guyyootii 90 ilaaluun, milkaa’inaa fi qaawwa mul’atan…

Continue ReadingBulchiinsi Magaalaa Finfinnee raawwii kurmaana 1ffaa qorachuu eegale

Adeemsi ajandaa walitti qabuu diyaaspooraa milkaa’inaan xumurameera- Koomishinicha

AMN PLUS- Onkoloolessa 7/2018 Adeemsi ajandaa walitti qabuu diyaaspooraa biyyoota jahatti adeemsifamaa ture milkaa'inaan xumuramuu Koomishiniin Marii Biyyaalessaa beeksise. Afirikaa Kibbaa, Ameerikaa Kaabaafi Kaanaadaa dabalatee hawaasa diyaaspooraa biyyoota garagaraatti argamanirraa…

Continue ReadingAdeemsi ajandaa walitti qabuu diyaaspooraa milkaa’inaan xumurameera- Koomishinicha

“Biyyikoo Ulaa Galaanaa argachuuf waraana hin barbaaddu” Artiist Yoosan Geetaahun

‎AMN PLUS - Onkoloolessa 06/2018 Welluu “Galaanoo” jedhuun Artiisti Qamar Yusuuf waliin mul’ata Itoophiyaanotaa aartiin kuulee, “Siifan jiras” jedhee dhaame. “Humni kees galaana” jechuun humna galaanaa himuuf aartiitti dhimma ba’ani,…

Continue Reading“Biyyikoo Ulaa Galaanaa argachuuf waraana hin barbaaddu” Artiist Yoosan Geetaahun

Seeronni Itoophiyaan ulaa galaanaa akka argattuuf deggeran jiru- Ogeessa Seeraa Maaruu Abdii

‎AMN Plus- Onkoloolessa 6/2018 ‎Seeronni utubaa jajjabaa qaban, Itoophiyaan ulaa galaanaa akka argattuuf deggeran jiru jechuun Ogeessa Seeraa fi Abukaatoo Maaruu Abdii dubbatan. ‎Biyyi Galaana lama gidduu Itoophiyaan Aksum irraa…

Continue ReadingSeeronni Itoophiyaan ulaa galaanaa akka argattuuf deggeran jiru- Ogeessa Seeraa Maaruu Abdii

Hayyoonni dhimma ulaa galaanaa hawaasa addunyaa hubachiisuuf miidiyaalee fayyadamuu qabu- Pirezidaantii Yuunivarsitii Salaalee Dr. Fayyeeraa Dhiinsaa

AMN PLUS- Onkololeessa 04/2018 Gaaffii itti fayyadama ulaa Galaanaa Itoophiyaan gaafachaa jirtu milkeessuuf, hayyoonni qorannoofi qo’annoo gaggeessuun cinatti miidiyaaleetti fayyadamuun sadarkaa idil-addunyaatti dhiibbaa taasisu qabu jedhan Pirezidaantiin Yuunivarsitii Salaalee Dr.…

Continue ReadingHayyoonni dhimma ulaa galaanaa hawaasa addunyaa hubachiisuuf miidiyaalee fayyadamuu qabu- Pirezidaantii Yuunivarsitii Salaalee Dr. Fayyeeraa Dhiinsaa