AI’n Diinagdee Ismaartii ijaaruufi kenniinsa tajaajilaa ammayyeessuuuf daran akka fayyadu ibsame

AMN PLUS- Sadaasa 10 /2018 ‎AI'n diinagdee ismaartii ijaaruu fi kenniinsa tajaajilaa ammayyeessuuf faayidaa guddaa akka Hoggantoonni Olaanoon Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee ibsan. ‎Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) daawwannaa Inistiitiyuutii Hubannoo  Namtolchee…

Continue ReadingAI’n Diinagdee Ismaartii ijaaruufi kenniinsa tajaajilaa ammayyeessuuuf daran akka fayyadu ibsame

Mootummaan ajandaa nama irratti xiyyeeffatuuf dursa kennee hojjetaa jira- Obbo Tamasgeen Xurunaa

‎AMN PLUS- Sadaasa 9/2018 Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaa, "mootummaan ajandaawwan nama irratti xyyeeffataniif xiyyeeffannaa addaa kennuun misooma hunda hammatu argamsiisuuf hojjetaa jira" jedhan. Giddu galli gabaa oomishaalee…

Continue ReadingMootummaan ajandaa nama irratti xiyyeeffatuuf dursa kennee hojjetaa jira- Obbo Tamasgeen Xurunaa

Ijaarsi Pirojektii Buufata Xiyyaaraa Guddicha Bishooftuu jalqabamuufi- Daandii Qilleensa Itoophiyaa

AMN PLUS- Fulbaana 6/2018 Daandiin Qilleensa Itoophiyaa Pirojektii Buufata Xiyyaaraa guddicha Bishooftuutti ijaarsisuuf karoorse har’a eegalamuu isaa beeksise. Caasaa ijaarsichaa, tarsiimoo faayinaansii, haala deebii yeroo balaa akkasumas gahee qaamolee qooda…

Continue ReadingIjaarsi Pirojektii Buufata Xiyyaaraa Guddicha Bishooftuu jalqabamuufi- Daandii Qilleensa Itoophiyaa

Dhagaa konkolaatee manarratti jigeen namoonni miseensa maatii tokkoo ta’an 4 lubbuun darban

AMN PLUS- Hagayya 11/2017 Naannoo Amaaraa Godina Kibba Walloo Aanaa Tentaatti dhagaa guddaa gaara irraa konkolaate manarratti jigeen lubbuun namoota afurii darbuu Kominikeeshiniin Aanichaa ibse. Balichi Hagayya 10/2017 halkan keessa…

Continue ReadingDhagaa konkolaatee manarratti jigeen namoonni miseensa maatii tokkoo ta’an 4 lubbuun darban

Ijaarsa biyyaa keessatti gaheen dargaggootaa olaanaa akka ta’e himame

AMN PLUS- Waxabajjii 14/2017 Ijaarsa biyyaa keessatti gaheen dargaggootaa olaanaa akka ta’e Ministir Deetan Ministeera Nageenyaa Keyiraddiin Tazarraan (Dr.) himaniiru Dargaagoonnii ijaarsa biyyaa keessaattii ittii gafatamuummaa isaanii akka bahaataniiif mariin…

Continue ReadingIjaarsa biyyaa keessatti gaheen dargaggootaa olaanaa akka ta’e himame

Yaa’ii fi agarsiifni misooma daldalaa Paakistaan-Afriikaa 5ffaan Finfinneetti ni taa’ama

AMN PLUS Ebla 29/2017 Yaa’ii fi agarsiifni misooma daldalaa Paakistaan-Afriikaa 5ffaan Caamsaa 7 hanga 9 /2017 Finfinnee galma barkumeetti akka taa’amu Itoophiyaatti ambaasaaddarri Paakistaan Atiif Shariif Miiyan ibsan. Ambaasaaddarichi ibsa…

Continue ReadingYaa’ii fi agarsiifni misooma daldalaa Paakistaan-Afriikaa 5ffaan Finfinneetti ni taa’ama

Beeksisa Qacarrii ogeeyyii Dandeettii addaa qophiilee bashannanaa qaban miindessuf bahe!

Addis Miidiyaa Neetwork dargaggootaafi shamarran dandeettiifi kennaa qophiilee bashannanaa Televizhiinii Afaan Oromoo qopheessuufi dhiheessuu qaban haala adda ta’een miindessuun hojjechisiisuu barbaada. Kanaafuu, dargaggoonniifi shamarran dandeettii fi kennaa qophiilee bashannanaa Televizhini…

Continue ReadingBeeksisa Qacarrii ogeeyyii Dandeettii addaa qophiilee bashannanaa qaban miindessuf bahe!