Poolisiin Federaalaa lakkoofsa gabatee konkolaattotaa jijjiiruu beeksise

AMN PLUS-Amajjii 27/2018 Poolisiin Federaalaa lakkoofsa gabatee konkolaattotaa jijjiiruu isaa beeksiseera. Hogganaan Qajeelcha Waliigalaa Loojistiksii Poolisii Federaalaa Komishinarri Gargaaraan Isheetuu Fiixaa ibsa kennaniin lakkoofsi gabatee konkolaattotaa Poolisii Federaalaa waggoota 50…

Continue ReadingPoolisiin Federaalaa lakkoofsa gabatee konkolaattotaa jijjiiruu beeksise

Qala’iinsa gabaa to’achuuf falli ijoon oomishtummaa guddisuudha- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS- Amajjii 27/2018 Itoophiyaa keessatti qala’iinsa gabaa kan babal’isu addaan fagaachuu fedhiifi dhiyeessii akka ta’e Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) ibsan. Rakkoo qaala’iinsa gabaa addaan fagaachuu fedhiifi dhiyeessiin dhufee…

Continue ReadingQala’iinsa gabaa to’achuuf falli ijoon oomishtummaa guddisuudha- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Saalvaa Kiir nama lubbuun hin jirreef muudama erga kennanii booda hojjettoota waajjirasaanii lama hojiirraa geggeessan

AMN PLUS – Amajjii 27/2018 Pirezidantiin Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir nama lubbuun hin jirre marii dhimma filannoo akka gaggeessuuf erga muudanii booda gargaartota isaanii olaanoo lama hojiirraa geggeessan. Namni waggaa…

Continue ReadingSaalvaa Kiir nama lubbuun hin jirreef muudama erga kennanii booda hojjettoota waajjirasaanii lama hojiirraa geggeessan

Kantiibaa Adaanech Abeebee, barsiisota 6,194 waldaa 57’n gurmaa’aniif ijaarsa mana jireenyaa jalqabsiisan

AMN PLUS- Amajji 27/ 2018 Guddina ariifataa magaalaan Finfinnee galmeessaa jirtuun cinatti, dhiheessii mana jireenyaa guddisuuf Bulchiinsi magaalichaa filmaataawwan garaagaraa diriirsuun hojjechaa jiraachuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee himan.…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebee, barsiisota 6,194 waldaa 57’n gurmaa’aniif ijaarsa mana jireenyaa jalqabsiisan

“Biyya alaatii dhufanii Finfinneetti yaalamuu eegalaniiru” MM Abiyyi Ahimad

AMN PLUS- Amajjii 27/2018 Finfinnee Giddugala Turizimii Fayyaa taasisuuf hojii eegalameen dijitaalaayizeeshiniin tajaajila fayyaa varchuwaalii hawaasa biraan gahuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD) himan. Ogeeyyiin fayyaa Itoophiyaa…

Continue Reading“Biyya alaatii dhufanii Finfinneetti yaalamuu eegalaniiru” MM Abiyyi Ahimad

Feestivaalli biskileetii bilisaan jiraattota Finfinneef qophaa’uf jedhame

AMN PLUS - Amajjii 27/2018 Dilbata dhufu feestivaalli biskileetii bilisaan jiraattota Finfinnee hirmaachisu akka gaggeeffamu ibsame. Feestivaalichi qindoomina Biiroo Geejjibaa Finfinnee, Komiishinii Turizimii Finfinnee, Biiroo Dargaggoofi Ispoortii Finfinnee akkasumas Naaf…

Continue ReadingFeestivaalli biskileetii bilisaan jiraattota Finfinneef qophaa’uf jedhame

Dargaggoo Naayiroobii ofii da’oo hin qabne, garuu simbiraaf da’oo ta’e

AMN PLUS- Amajjii 27/2018 Abbaa Simbirroo Naayiroobii ‘Nairobi Birdman’ jedhaniin, dargaggeessa daandiiwwan magaalaa Guddoo Keeniyaa Naayirobii dawoo godhatee, simbirrootaaf ammoo dawoo ta’uuf kanaan. Roojers Ooluu Maagotaa jedhama. Dargaggeessi ganna 27,…

Continue ReadingDargaggoo Naayiroobii ofii da’oo hin qabne, garuu simbiraaf da’oo ta’e