Daayrektarri IMF Yaadanoo Injifannoo Adwaa daawwatan
AMN PLUS- Guraandhala 2, 2017 Daayrektarri Olaantuu Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa Kiristaaliinaa Joorjiyeev Yaadanoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru. Daawwancharratti Ministirri Ministeera Maallaqaa Ahimad Shidee, Bulchaa Baankii Biyyaalessaa Maammoo Mihiretuu, Ministira Pilaanii fi…