Karra Shanan Finfinnee
Magaalli Finfinnee karra shan qabdi:- Isaanis 1. Karra Qirxii - Karra gara kaabaa geessu 2. Karra Qoree - Karra karaa Jimmaatti geessu 3. Karra Alloo - Karra Karaa Walloo/Daseetti geessu…
Magaalli Finfinnee karra shan qabdi:- Isaanis 1. Karra Qirxii - Karra gara kaabaa geessu 2. Karra Qoree - Karra karaa Jimmaatti geessu 3. Karra Alloo - Karra Karaa Walloo/Daseetti geessu…
AMN Onkololeessa 10, 2017 Kooriyaan Kaabaa lola Yuukreen keessatti deemaa jiru irratti Raashiyaa akka deeggaraniif loltoota kumaatamaan erguuf qophii xumuruun himame. CNN suuraa loltoota Kooriyaa Kaabaa uffata loltuu Raashiyaa uffatanii…
AMN Onkoloolessa 8, 2017 Haroo Caamootti balaan dhidhimuu Bidiruu mudachuu hordofee hojiin lubbuu baraaruu gaggeeffamaa jiraachuu ibsame. Aboloo Arfacoo irraa gara Magaalaa Arbaa Mincitti namoota 16 fi muuzii fe’uun bidiruun…
AMN Onkololeessa 8, 2017 UNtti bakka bu'aan dhaabbii Itoophiyaa Ambaasaaddar Tsagga'aab Kibabawu Itti aanaa Dura taa'aa Komishinii Dhimma Godaantotaa UN (UNHCR) ta'uun filaman.
AMN Onkololeessa 8, 2017 Yaa’ii idil-addunyaa "World Without Hunger" Onkoloolessa 26-28tti Magaala Finfinneetti geggeeffama. Konfiraansiichi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Dhaabbata Misooma Industirii (UNIDO), Komishinii Gamtaa Afrikaa (AUC), mootummaa Ityoophiyaa fi Dhaabbata…
AMN Onkololeessa 8, 2017 Kurmaana jalqabaa bara 2017 keessa hojii to’annoo kontiroobaandii hojjetameen qabeenya biyyaa Birrii biiliyoona 2.8 baraaruun danda’amuu Poolisiin Federaalaa beeksiise. Poolisiin Raawwii hojii kurmaana 1ffaa bara 2017…
AMN Onkololeessa 8, 2017 Pirezidaantiin US Joo Baayidan dhimma Yuukireeniifi rakkoo Baha giddugaleessaa irratti mari’achuuf Jarman magaalaa Barliin galan. Mr. Baayidan Chaansilara Jarman Oolaaf Shoolzi waliin rakkoowwan kanneen akkaataa furuun…