Mootummaa Naannoo Amaaraafi Faannoon waliigaltee nageenyaa mallatteessan

AMN PLUS- Sadaasa 25/2018 Nagaa waaraa fiduufi misoomaa biyyaa mirkaneessuuf wal-dhabdee jiru karaa mariin furuun murteessaa ta'uu Pirezidaantiin Naannoo Amaaraa Obbo Aragga Kabbadaa himan. Mootummaan naannoo Amaaraafi Gareen Faannoo Waliigaltee…

Continue ReadingMootummaa Naannoo Amaaraafi Faannoon waliigaltee nageenyaa mallatteessan

“Itoophiyaan akka bittinnooftu humnoota barbaadan waliin hojjechuun diigumsa malee dhimma uummataa miti” Kaappiteen Maasrashaa Saxxee

AMN PLUS – Sadaasa 25/2018 Bakka bu'aan Faannoo Kaapteen Maasrashaa Saxxee humnoota Itoophiyaa bittinneessuu barbaadan waliin hojjechuun diigumsa akka ta'e dubbate. Mootummaan naannoo Amaaraafi Gareen Faannoo Waliigaltee nagaa mallatteessaniru. Waliigalticha…

Continue Reading“Itoophiyaan akka bittinnooftu humnoota barbaadan waliin hojjechuun diigumsa malee dhimma uummataa miti” Kaappiteen Maasrashaa Saxxee

Kilaastarri jijjiirama hunda-galeessa Finfinnee itti fufsiisuuf dandeessisu hundeeffame

‎AMN PLUS-Sadaasa 25/2018 ‎Kilaastarri jijjiirama hunda-galeessa Finfinneetti galmaa'aa jiru itti fufsiisuu dandeessisu hundaa'uun hojiitti seene. Kilaastaroonni 7 itti waamamni isaa Waajjira Kantiibaaf ta'uun hundeeffamuu eerameera. ‎Hojmaata caaseffame cimsuun qulqullinaafi si'aa'ina…

Continue ReadingKilaastarri jijjiirama hunda-galeessa Finfinnee itti fufsiisuuf dandeessisu hundeeffame

‎Finfinneen keessummoota Sadaasa 29 kabajuuf gara Hosaa’inaatti imalan simachaa jirti

‎AMN PLUS- Sadaasa 25/2018 ‎Finfinneen keessummoota guyyaa Saboota, Sablammootaa fi uummattoota Itoophiyaa 20ffaa Hosaa'inaatti kabajamu irratti hirmaachuuf magaalittii keessa darbaa jiraniif simannaa taasisaa jiraachuu Afa-Yaa'iin Mana Maree Magaalaa Finfinnee Aadde…

Continue Reading‎Finfinneen keessummoota Sadaasa 29 kabajuuf gara Hosaa’inaatti imalan simachaa jirti

Gaazexeessaan AMN Afwarq Wubatuu Badhaasa Miidiyaa Afriikaatiin kaadhimamtoota 3 keessa seene

AMN PLUS- Sadaasa 25/2018 Badhaasni Miidiyaa Afriikaa gaazexeessitoota dameelee garagaraan badhaasu Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Badhaasichaan Gaazexeessaan AMN Kutaa Afaan Ingilizii Afwarq Wubatuu Badhaasa damee "African Life Style" jedhuun kaadhimamtoota 3…

Continue ReadingGaazexeessaan AMN Afwarq Wubatuu Badhaasa Miidiyaa Afriikaatiin kaadhimamtoota 3 keessa seene

Miidiyaan Afrikaa, seenaa dhugaa ardichaa addunyaatti sirnaan beeksisuu qaba- Aadde Innaatalam Mallas

AMN PLUS- Sadaasa 25/2018 Ministirri Tajaajila Kominkeeshinii Mootummaa Aadde Innaatalam Mallas, miidiyaaleen Afriikaa odeeffannoo kennuu qofa osoo hin taanee, seenaa dhugaa Afrikaa Addunyaatti himuu qabuu jedhan. Badhaasni miidiyaa Afrikaa gaazexeessitoota…

Continue ReadingMiidiyaan Afrikaa, seenaa dhugaa ardichaa addunyaatti sirnaan beeksisuu qaba- Aadde Innaatalam Mallas