‎AMN kalaqaafi teekinooloojiin of cimsuun damee miidiyaa Itoophiyaa keessatti dorgomaa cimaa ta’eera – Obbo Solomoon Dibaabaa

‎AMN PLUS-Adoolessa 29/2018 ‎Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Addis Miidiyaa Neetwoorkii Obbo Solomoon Dibaabaa, AMN yeroo ammaatti adeemsa hojii gaarii irra akka jiru ibsuun, milkaa'ina argame itti fufsiisuuf kalaqaan hojjechuun murteessaa ta'uu…

Continue Reading‎AMN kalaqaafi teekinooloojiin of cimsuun damee miidiyaa Itoophiyaa keessatti dorgomaa cimaa ta’eera – Obbo Solomoon Dibaabaa

Kantiibaa Adaanech Abeebeen, AMN Raawwii Olaanaa Bara 2018 Galmeessiseef Beekamtii Kennan

AMN PLUS – Adooleessa 13/2018 Addis Miidiyaa Neetwoork, bara baajataa 2018 keessatti hojii olaanaa raawwateef Bulchiinsa Magaalaa Finfinneerraa beekamtii argateera. Bu'aan kun kan argame madaallii hojii guutuu magaalaa, raawwii karoora…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen, AMN Raawwii Olaanaa Bara 2018 Galmeessiseef Beekamtii Kennan

Fiigichi Dhaloota Moo’ataa AMN Sagalee Dhalootaa ta’uu isaaf agarsiiftuu tokkodha – Obbo Solomoon Dibaabaa

‎AMN PLUS - Waxabajjii 29/2018 ‎Addis Miidiyaa Neetwoorki qabiyyee odeeffannoo, barnootaafi bashannanaa hordoftoota isaaf filmaatilee garaagaraan shoora olaanaa bahachaa akka jiru Hoji Raawwachiisaa Olaanaan Addis Miidiyaa Neetwoorki Obbo Solomoon Dibaabaa…

Continue ReadingFiigichi Dhaloota Moo’ataa AMN Sagalee Dhalootaa ta’uu isaaf agarsiiftuu tokkodha – Obbo Solomoon Dibaabaa

Addis Miidiyaa Neetwoorki hojii isaa teeknoloojii ammayyaa hidhateen filatamummaafi fudhatamummaa qabu cimsee itti fufa – Obbo Mogos Baalchaa

‎AMN PLUS-Waxabajjii 29/2018 ‎Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Finfinneefi Walitti Qabaan Boordii Addis Miidiyaa Neetworki Obbo Mogos Baalchaa Addis Miidiyaa Neetwoorki teeknoloojii ammayyaa hidhateen qulqullinaafi saffisaan tajaajilu kan amma…

Continue ReadingAddis Miidiyaa Neetwoorki hojii isaa teeknoloojii ammayyaa hidhateen filatamummaafi fudhatamummaa qabu cimsee itti fufa – Obbo Mogos Baalchaa

AMN fi Paarkiin Indaastirii Galaan Gurraa waliigaltee hojii waloon hojjechuuf dandeessisu waliif mallatteessan

AMN PLUS - Waxabajjii 23/2018 Addis Miidiyaa Neetwoorki (AMN) fi Paarkiin Indaastirii Galaan Gurraa waliigaltee hojii waloon hojjechuuf dandeessisu waliif mallatteessaniiru. Waliigaltee kana Itti Aanaa Hoji Raawwachiisaa Olaanaa AMN fi…

Continue ReadingAMN fi Paarkiin Indaastirii Galaan Gurraa waliigaltee hojii waloon hojjechuuf dandeessisu waliif mallatteessan

Addis Miidiyaa Neetwoork fi Biiroon Misooma Teeknooloojii fi Inooveeshinii Magaalaa Finfinnee waliigaltee waloon hojjechuuf dandeessisu waliif mallatteessan

AMN PLUS - Waxabajjii 19/2018 Addis Miidiyaa Neetwoork fi Biiroon Misooma Teeknooloojii fi Inooveeshinii Magaalaa Finfinnee waliigaltee waloon hojjechuuf dhaabbilee lameen dandeessisu waliif mallatteessaniiru. ‎Waliigalticha Hoji Raawwachiisaan Olaanaa AMN Obbo…

Continue ReadingAddis Miidiyaa Neetwoork fi Biiroon Misooma Teeknooloojii fi Inooveeshinii Magaalaa Finfinnee waliigaltee waloon hojjechuuf dandeessisu waliif mallatteessan

AMN Qophii ‘Agalgaayi’n tajaajilaafi tajaajilamaa walitti fiduun komii hawaasa magaalaa Finfinnee dhibbeentaa 89 fure – Dr. Jamaaluu Jambar

AMN PLUS -Waxabajjii 19/2018 Sagantaan hawwataa ‘Agalgaay’ yeroo mara Kamisa galgala sa’atii 2:00 irraa eegalee dhiyaatuufi waltahiinsa Biiroo Paabliki Sarvisiifi AMN Sagalee Dhalootaan dhiyaatu komii hawaasa magaalichaa kallattii garaagaraan ka’u…

Continue ReadingAMN Qophii ‘Agalgaayi’n tajaajilaafi tajaajilamaa walitti fiduun komii hawaasa magaalaa Finfinnee dhibbeentaa 89 fure – Dr. Jamaaluu Jambar

Finfinnee magaalaa hawaasni qaroome keessa jiraatu taasisuuf gaheen kabachiisa Dambii fi Miidiyaa guddaadha- Obbo Salamoon Dibaabaa

AMN PLUS- Waxabajjii 16/2018 Addis Miidiyaa Neetwoorkiifi Abbaan Taayitaa Kabachiisa Dambii Magaalaa Finfinnee qaroominaa fi aadaa seeraa kabajuu sirritti guddisuuf waliin hojjechuuf waliigaltee hojii waliif mallatteessan. Waliigalticha Hojii Raawwachiisaa Olaanaa…

Continue ReadingFinfinnee magaalaa hawaasni qaroome keessa jiraatu taasisuuf gaheen kabachiisa Dambii fi Miidiyaa guddaadha- Obbo Salamoon Dibaabaa

Hawaasni tajaajila faayinaansii ammayyaa’e akka argatuuf AMN odeeffannoo yeroon barbaadu dhiyeessuu itti Fufa- Obbo Salamoon Dibaabaa

AMN PLUS – Waxabajjii 03/2018 Addis Miidiyaa Neetiwoork hawaasni tajaajila faayinaansii ammayyaa'e akka argatuuf odeeffannoo yeroon barbaadu dhiyeessuu itti fufa jedhan Hoji Raawwachiisaa Olaanaan AMN Obbo Salamoon Dibaabaa himan. AMN…

Continue ReadingHawaasni tajaajila faayinaansii ammayyaa’e akka argatuuf AMN odeeffannoo yeroon barbaadu dhiyeessuu itti Fufa- Obbo Salamoon Dibaabaa

AMN dorgommii Ispoortii idil addunyaa kallattiin akka tamsaasu ibsame

AMN PLUS - Ebla 19/2018 Addis Miidiyaa Neetwoork AMN dorgommii sadarkaa Idil Addunyaatti beekamaafi akka Afrikaatti ammoo yeroo jalqabaaf gaggeeffamu dorgommii Biskileetii (UCI City Mountain Bike Eliminator) jedhamu tamsaasa kallattiin…

Continue ReadingAMN dorgommii Ispoortii idil addunyaa kallattiin akka tamsaasu ibsame