Pirezidaantiin Naannoo Oromiyaa jalqabaa Obbo Hasan Alii waggaa 27 booda gara biyyaa deebi’an

AMN PLUS- Muddee 16/2018 Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa jalqabaa, Obbo Hasan Aliiturtii waggaa 27 booda har'a gara biyyaa deebi'an. Buufata Xiyyaaraa idil addunyaa Boolee yetoo gahan Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa…

Continue ReadingPirezidaantiin Naannoo Oromiyaa jalqabaa Obbo Hasan Alii waggaa 27 booda gara biyyaa deebi’an

Humni Qilleensaa Itoophiyaa agarsiisa ‘Leenca Gurraachaa’ Amajjii 15-19’tti ni gaggeessa- Birgaader Jeneraal Biruk Seefuu

AMN Plus - Mudde-16/2018 Humni Qilleensaa Itoophiyaa guyyaa hundeeffama waggaa 90ffaa sababeeffachuun agarsiisa qilleensarraa 'Leenca Gurraachaa' biyyoota addunyaa gara garaa hirmaachisuun Amajjii 15-19'tti akka geggeessu Ajajaa olaanaan Ramaddii Humna Qilleensaa…

Continue ReadingHumni Qilleensaa Itoophiyaa agarsiisa ‘Leenca Gurraachaa’ Amajjii 15-19’tti ni gaggeessa- Birgaader Jeneraal Biruk Seefuu

Kantiibaa Adaanech hawaasa diiploomaasii Finfinnee jiraniif hawwii bara haaraa gaarii dabarsan

AMN PLUS- Mudde 15/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hawaasni diiploomaasii Finfinnee jiran tibba ayyaanota Dhalachuu Iyyesuusiifi Bara Haaraa Faranjootaa as adeemaa jiruutti yeroo gammachuu gaarii akka qabaatan hawwii…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech hawaasa diiploomaasii Finfinnee jiraniif hawwii bara haaraa gaarii dabarsan

Tiitookarri ergaawwan aadaafi safuu ummataan ala ta’e tamsaasaa ture to’atame

AMN PLUS - Mudde 15/2018 Miidiyaalee hawaasaa Tiiktookiifi Yuutiyuubiidhaan ergaawwan aadaafi safuu ummataan ala ta'e tamsaasaa kan ture Naatinaa'eel Baaddeg Gabree to'annoo seeraa jala oolfamuu Qajeelchi Poolisii Finfinnee beeksise. Maqaa…

Continue ReadingTiitookarri ergaawwan aadaafi safuu ummataan ala ta’e tamsaasaa ture to’atame

MM Abiyyi Ahimad (PhD) Ayyaana Bara Haaraa sababeeffachuun ergaa baga geessanii hawaasa addunyaatif dabarsan

AMN PLUS- Mudde 16/2018 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Ayyaana Dhalachuu Iyyesuusiifi Bara Haaraa Faranjootaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii hawaasa addunyaatif dabarsaniiru. Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) ergaa miidiyaa hawaasaa…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (PhD) Ayyaana Bara Haaraa sababeeffachuun ergaa baga geessanii hawaasa addunyaatif dabarsan