‎‎Finfinneetti hayyama malee foddaa Konkolaataa irratti istiikarii gurraacha maxxansuun tarkaanfii cimaa fudhachiisa

‎AMN PLUS- Amajjii 21/2018 ‎Konkolaachistoota foddaa Konkolaataa irratti hayyama malee istiikarii gurraacha maxxansan irratti tarkaanfiin cimaa fudhatamuuf akka jiru Qajeelchi Poolisii Waliigalaa Magaalaa Finfinnee beeksise. ‎Qajeelchi kun baatiiwwan Jahan darbanitti…

Continue Reading‎‎Finfinneetti hayyama malee foddaa Konkolaataa irratti istiikarii gurraacha maxxansuun tarkaanfii cimaa fudhachiisa

‎”Hidhi Haaromsa Warraaqsa Of danda’uuti” – Tireevar Noohaa

‎AMN PLUS- Amajjii 21/2018 ‎Tireevar Noohaa lammii Ameerikaa Afrikaa Kibbaatti dhalatee yeroo ammaa biyya Ameerikaa keessa jiraatudha. ‎Noohaan hojiilee komedii isaan sadarkaa idil addunyaatti beekamtii guddaa kan horate yoo ta'u,…

Continue Reading‎”Hidhi Haaromsa Warraaqsa Of danda’uuti” – Tireevar Noohaa

“Kurmaana lamaan jalqabaatti oomishni qamadii kuntaalli miiliyoona 126 ol argameera” MM Abiyyi Ahimad

AMN PLUS - Amajjii 22/2018 Misoomni qamadii Itoophiyaa, galma of danda'uu irratti kan bu'uureffate ta'uu Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad himan. "Sagantaan misooma qamadii Itoophiyaa, oomishtummaa dabaluun, sirna jallisii bal'isuu,…

Continue Reading“Kurmaana lamaan jalqabaatti oomishni qamadii kuntaalli miiliyoona 126 ol argameera” MM Abiyyi Ahimad

‎Mootummaan, qonnaan bultoota gabaa naannoo wajjiin walitti hidhuun misooma baadiyyaa saffisiisaa jira- Waajjira Ministira Muummee

‎AMN PLUS - Amajjii 22/2018 ‎Mootummaan qonnaan bultoota biyyattii qe'ee isaanii fi sirna gabaa naannoolee wajjiin walitti hidhuun araddaa baadiyyaa fi tajaajiloota bu’uuraa babal’isuurratti hojjechaa akka jiru Waajjirri Ministira Muummee…

Continue Reading‎Mootummaan, qonnaan bultoota gabaa naannoo wajjiin walitti hidhuun misooma baadiyyaa saffisiisaa jira- Waajjira Ministira Muummee

“Itoophiyaan ija addunyaa duratti ayyaanichaan boonteetti” L/Jeneraal Yilmaa Mardaasaa

AMN PLUS- Amajjii 22/2018 Milkaa'ina Ayyaana Hundeeffama Waggaa 90ffaa Humna Qilleensaa Itoophiyaaf miseensota Raayyaafi hojjettoota Siivilii dhaabbatichaa gumaacha olaanaa bahataniif beekamtiin kenname. Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa L/Jeneraal Yilmaa Mardaasaan, Ayyaanichi…

Continue Reading“Itoophiyaan ija addunyaa duratti ayyaanichaan boonteetti” L/Jeneraal Yilmaa Mardaasaa