AMN Plus Guraandhala 26/2017
Loltoonni fi raayyaan poolisii Itoophiyaa duraanii Guyyaa yaadannoo Injifannoo Kaarraamaarraa yeroo 47f kabaja jiru
Sina kabaja Guyyaa injifannoo Kaarraamaarraa kanarratti Hoggantoonni fi miseensonni loltootaa fi raayyaan poolisii itoophiyaa duraanii, bakka buutoonni Raayyaa ittisa biyyaa, itoophiyaatti ambaasaaddarri Kuubaa fi keessumonni waamichi taasifameef argamaniiru.
Mangashaa Daargeetu Gabaase