AMN PLUS Guraandhala 9, 2017
Milkaa’inni ummannii fi Mootummaan Itiyoophiyaa tokkummaan galmeessan ajaa’inbiisaa ta’uu Mootiin Isiwaatiinii Miswaatii Saalsaawiin ibsan.
Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Mootii Isiwaatiinii Miswaatii Saalsaawii masaraa biyyaalessaa daawwachiisaniiru.