AMN- Sadaasa 14/2017
Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen agarsiisa Albuuda Maayinteeksii fi Teeknooloojii bara 2017 Galma Barkumeetti qophaa’e bananiiru.
Sirna Albuuda baasuu fayyadamummaa haqa qabeessa ta’e mirkaneessuuf dandeessisu diriirsuun murteessaa ta’uu Pireezidaanti Taayyeen insaniiru.
Itiyoophiyaan kuufama qabeenya Albuudaa qabdu sirnaan fayyadamuuf hojiilee hedduu hojjechaa jirti jedhan.
Agarsiifni kun hanga Sadaasa 17, 2017tti kan turu ta’uu ibsameera.