Jilli kun wata magaalaa Yaaballoo gahan jaarroliifi qindaaltotaan simataman.
Akka jilli kun jedhanitti aadaaf abbaan Gadaa keenya tokko tokkummaan aadaa keenya guddifachuu qabnaa jedhan.
Abbaan Gadaa 72ffaan tokkummaa Oromoo bakka hunda jiru akka cimsu abdii irraa qabnaa jedhan.
Caalaa Barakaatuu Gabaasee.