Kantiibaa Adaanech Abeebeen Ministirri Muummee Baarbaadoos Miyaa Moteellii Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwachiisan

You are currently viewing Kantiibaa Adaanech Abeebeen Ministirri Muummee Baarbaadoos Miyaa Moteellii Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwachiisan

AMN PLUS- Guraandhala 6, 2017

Ministirri Muummee Baarbaadoos har’a Finfinnee dhufan Miiyaa Mootaliin Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwachuun Abaaboo yaadannoo kaa’aaniiru.

Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Miiyaa Mootaliin simachuun Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwachiisaniiru.

Ministirri Muummee Baardaaboos Miyaa Amoor Mootileen Yaa’ii Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf har’a Finfinnee dhufuun ni yaadatama.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply