
AMN- Sadaasa 17/ 2017
Rakkoo Somaaliyaa keessatti mudachuu malu kamiyyuu Mootummaan Federaalaa itti Gaafatamummaa kan fudhatu ta’uu Mootummaan Bulchiinsa Juubaalaandi beeksise.
Mootummaan Fedeeraalaa biyyaatitti gaaga’ama hamaa uumuuf sochiilee hin barbaachifne taasisaa jiraachuu bulchinsichi ibsa baaseen eereera.
Mootummaan Federaalaa rakkoo uumuuf sochii taasisaa jiraachuu Ummanni Somaaliyaa fi Hawaasni idil Addunyaa akka hubatan ibseera.