MM Abiyyi Ahimad, Guyyaa Ayyaana Dhaloota Iyyesuusiin, barattoota Mana Barumsaa Qaro Dhabeeyyii Sheyikaa Faaximaa Biin Mabruukiif maaddii qoodan

You are currently viewing MM Abiyyi Ahimad, Guyyaa Ayyaana Dhaloota Iyyesuusiin, barattoota Mana Barumsaa Qaro Dhabeeyyii Sheyikaa Faaximaa Biin Mabruukiif maaddii qoodan

AMN PLUS- Mudde 29/2018

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD), Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo waliin Guyyaa Ayyaana Dhaloota Iyyesuus, barattoota Mana Barumsaa Qaro Dhabeeyyii Sheyikaa Faaximaa Biin Mabruuk waliin dabarsaniiru.

Dooktar Abiyyi miidiyaa hawaasummaa isaaniin “Guyyaa kana barattoota kanneen waliin qooddachuun, miira dhugaa ayyaana Dhaloota Iyyesuus agarsiisa” jedhan.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply