Arsenaal carraa dursummaasaa ittiin bal’ifatu osoo hin fayyadamin hafe

You are currently viewing Arsenaal carraa dursummaasaa ittiin bal’ifatu osoo hin fayyadamin hafe

AMN PLUS- Amajjii 01/2018

Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphni Arsenaalii fi Liiverpuul gidduutti taphatame 0-0 qixaan xumurame.

Abbaan dirree Arsenaal boqonnaa dura sochii gaarii kan taasise yoo ta’u, Liivarpuul ammoo boqonnaa booda tapha dansaa agarsiiseera.

Arsenaal taphicharraa qabxii qooddateen waliigalaan 49n gahatee, Siitii fi Astoon Viilaa irraa qabxii 6n fagaatee 1ffaarra jira.

Taphoota 10 darban dorgommii hundarratti taasise keessaa takkallee kan hin moo’amne Liivarpuul ammoo qabxii 35n sadarkaa 4ffaarra taa’eera.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply