Kantiibaa Adaanech Abeebeen Pirezidaantii Israa’el Ayizaak Herzoog simachuun Yaadannoo Injifannoo Adawaa daawwachiisan

You are currently viewing Kantiibaa Adaanech Abeebeen Pirezidaantii Israa’el Ayizaak Herzoog simachuun Yaadannoo Injifannoo Adawaa daawwachiisan

AMN PLUS- Guraandhala 18/2018

Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Pirezidaantii Israa’el daawwannaa hojiif Finfinnee dhufan simachuun Yaadannoo Injifannoo Adawaa daawwachiisuu ibsan.

Aadde Adaanech ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, “Pirezidaant Ayzaakiin seenaa Injifannoo Uummata Gurraachaa mara boonsuufi, seenaa gootota birmadummaa biyyaaf gatii kaffalanii daawwachiisneerra” jedhan.

Kantiibaa Adaanech Abeebeen turtiin Pireezidaantichi Finfinneetti taasisan bu’aa qabeessa akka ta’uuf haawwii gaarii qaban ibsaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply