Xiyyaarri haaraan bitame dorgomummaa Daandii Qilleensaa Itoophiyaa kan dabaluudha-L/J Yilmaa Mardaasaa

AMN Onkololeessa 26, 2017 Xiyyaarri haaraan bitame dorgomtummaa fi sadarkaa Daandii Qilleensaa Itoophiyaa kan dabalu ta’uu Walitti Qabaan Boordii Dandichaa fi Ajajaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa Letenaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaan himan.…

Continue ReadingXiyyaarri haaraan bitame dorgomummaa Daandii Qilleensaa Itoophiyaa kan dabaluudha-L/J Yilmaa Mardaasaa

Barattoota sababa misooma kooriidariin bakka jireenyaa jijjiirratan dhamaatii tokko malee galmeessuun barnoota akka eegalan taasifameera- Biiroo Barnootaa Finfinnee

AMN- Onkololeessa 26, 2017 Koreen Dhaabbii Dhimma Dubartootaafi Hawaasummaa Mana Maree Magaalaa Finfinnee raawwii hojii kurmaana 1ffaa bara 2017 Biiroo Barnootaa Finfinnee qorachaa jira. Kurmaana jalqabaatti barattoota sababa misooma Kooriidariin…

Continue ReadingBarattoota sababa misooma kooriidariin bakka jireenyaa jijjiirratan dhamaatii tokko malee galmeessuun barnoota akka eegalan taasifameera- Biiroo Barnootaa Finfinnee

Wabii nyaataa mirkaneessuuf furmaata kalaqni itti dabalame gaafata – MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

AMN - Onkololeessa 26/2017 Wabii nyaataa mirkaneessuuf furmaata kalaqni itti dabalame kan gaafatu ta’uu MM Abiyyi Ahimad (Dr.) ibsan. MM Abiyyi Ahimad konfiraansii mata duree "Addunyaa Beela Irraa Bilisa Taate"…

Continue ReadingWabii nyaataa mirkaneessuuf furmaata kalaqni itti dabalame gaafata – MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa Xiyyaara Afrikaatti kan jalqabaa A350- 1000 fudhate

AMN Onkololeessa 26, 2017 Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa Xiyyaara Imaltoota Afrikaatti kan jalqabaa ta'e A350 - 1000 jedhamu dhaabbata Eer Baasirraa kaleessa galgala fudhateera. Xiyyaarri Daandiin qilleensichaa Dhaabbata Eer Baasirraa fudhate…

Continue ReadingDaandiin Qilleensaa Itoophiyaa Xiyyaara Afrikaatti kan jalqabaa A350- 1000 fudhate