Ijaarsa hidha Haaromsaa Itiyoophiyaa guddichaaf birriin biiliyoona 21.6 deeggarsa taasifameera
AMN - Bitootessa 12/2017 Itiyoophiyaanonni amma ammaatti ijaarsa hidha Haaromsaa Itiyoophiyaa guddichaaf birriin biiliyoona 21 tuqaa 6 deeggarsa taasisuu isaanii waajjirri pirojektii qindeessaa hidha haaromsaa guddichaa beeksiseera. Hidhi haaromsaa Itiyoophiyaa…