Beeksisa Qacarrii ogeeyyii Dandeettii addaa qophiilee bashannanaa qaban miindessuf bahe!

Addis Miidiyaa Neetwork dargaggootaafi shamarran dandeettiifi kennaa qophiilee bashannanaa Televizhiinii Afaan Oromoo qopheessuufi dhiheessuu qaban haala adda ta’een miindessuun hojjechisiisuu barbaada. Kanaafuu, dargaggoonniifi shamarran dandeettii fi kennaa qophiilee bashannanaa Televizhini…

Continue ReadingBeeksisa Qacarrii ogeeyyii Dandeettii addaa qophiilee bashannanaa qaban miindessuf bahe!

“Dargaggoonni humna jijjiiramaafi ce’umsa guddina biyyaati” Aadde Saa’adaa Abdurrahman

AMN PLUS – Ebla 20/2017 Sagantaa waldorgommiifi agarsiisa ogummaa, teeknooloojii, yaadama biizinasiifi qorannoo gochaa marsaa 6ffaa akka Oromiyaatti guyyaa har'a magaalaa Adaamaatti gaggaffamaa jiru irratti Af-yaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Saa'adaa…

Continue Reading“Dargaggoonni humna jijjiiramaafi ce’umsa guddina biyyaati” Aadde Saa’adaa Abdurrahman

Oromiyaatti Qormaanni Kutaa 8ffaa Waxabajjii 3 – 5/ 2017 akka kennamu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksise

AMN PLUS - Ebla 20/ 2017 Qormaanni kutaa 6ffaa fi 8ffaa sadarkaa Naannoo Oromiyaatti kennamu baatii Caamsaa fi Waxabajjiitti walduraa duubaan kan kennamu ta’uu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksiseera. Qormaanni kutaa…

Continue ReadingOromiyaatti Qormaanni Kutaa 8ffaa Waxabajjii 3 – 5/ 2017 akka kennamu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksise

Naannoo Oromiyaatti waldorgommiin ogummaa, teeknoloojii, yaadama biizinasii fi qorannoo gochaa adeemsifama jira

AMN PLUS- Ebla 20/2017 Waldorgommiin ogummaa, teeknoloojii, yaadama biizinesii fi qorannoo gochaa marsaa 6ffaa sadarkaa naannoo Oromiyaa magaalaa Adaamaatti adeemsifama jira. Waldorgimmichi qindeessummaa Biiroo Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaatiin…

Continue ReadingNaannoo Oromiyaatti waldorgommiin ogummaa, teeknoloojii, yaadama biizinasii fi qorannoo gochaa adeemsifama jira

Masaraa Dajjaazmaach Kumsa Morodaa haaromsuuf waliigalteen mallatteeffame

AMN PLUS Ebla 20/2017 Abbaan Taayitaa Hambaalee Itiyoophiyaa Masaraa Mootii Kumsaa Morodaa haaromsuu fi deebisee misoomsuuf dhaabbata Ijaarsaa ‘BYMT’ jedhamu waliin waliigaltee mallatteesseera. Daarektarri ol’aanaa Abbaa Taayitichaa Gargaaraa Pirofeesaraa Ababaawu…

Continue ReadingMasaraa Dajjaazmaach Kumsa Morodaa haaromsuuf waliigalteen mallatteeffame

Korporeeshiniin Ijaarsaa Oromiyaa tajaajila waraqaarraa biliisaa kennuu appilikeeshinii bulchiinsa qabeenyaafi Hordoffii hojii eegalchiise

AMN PLUS- Ebla 20/2017 Industirii ijaarsaa keessatti dorgomaa cimaa tahuun hojjechaa kan jiru,Korporeeshiniin Ijaarsaa Oromiyaa, tajaajila waraqaarraa biliisaa kennuuf, appilikeeshinii bulchiinsa qabeenyaafi Hordoffii hojii, 'Interperise Resource Planning' (ERP) jedhamu eebbisuun…

Continue ReadingKorporeeshiniin Ijaarsaa Oromiyaa tajaajila waraqaarraa biliisaa kennuu appilikeeshinii bulchiinsa qabeenyaafi Hordoffii hojii eegalchiise

Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee raawwii hojii ji’ottan 9 darbanii qorachu eegale

AMN PLUS- Ebla 20/2017 Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee raawwii hojii ji’ottan 9 darbanii qorachuu eegaluu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ibsan. Kantiibaa Adaanech Abeebee ergaa karaa miidiyaa hawaasaa isaaniin dabarsaniin…

Continue ReadingBulchiinsi Magaalaa Finfinnee raawwii hojii ji’ottan 9 darbanii qorachu eegale