Ogeeyyiin miidiyaa Godina Baaleetti hojiilee misoomaa daawwwtaa jiru
AMN PLUS Caamsaa 21/2017 Ogeeyyiin miidiyaa Godina Baaleefi Magaalaa Roobeetti argamuun hojiilee misoomaa garagaraa daawwataniiru. Ogeeyyiin kunneen Ijaarsa pirojektii bishaan dhugaatii Magaalaa Roobee Xumuramaa jiru daawwataniiru. Hooggantuun Biiroo Bishaaniifi Inarjii…