Hojiilee misoomaa magaalaa Finfinnee keessatti hojjetamaniifi hojjetamaa jiran agarsiiftuu bu’ura jijjiiramaati- Abbootii Amantaa
AMN PLUS- Caamsaa 22/2017 Phaphaasonniifi Miseensonni Sinoodosii Mana Amantaa Ortoodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa hojiilee misoomaa Magaalaa Finfinnee keessatti hojjetaman dawwataniiru. Abbootiin Mana Amantaa Ortoodoksi Tawaahidoo Itoophiyaa kunneen pirojeektota misoomaa Magaalaa Finfinnee…