Itoophiyaa bakka ba’uun dorgommii miidhagina addunyaarratti sadarkaa 2ffaa kan baate Hasseet Darajjeef simannaa ho’aan taasifame

AMN PLUS- Caamsaa 28/2017 Dorgommii miidhagina addunyaa Indiyaa Hayidiraabaaditti qophaa’e irratti Itoophiyaa bakka bu’uun kan hirmaatte Hasset Darejjee bakka hoggantoonni olaanoon mootummaa argamanitti buufata xiyyaaraa idil addunyaa Booleetti simannaa ho’aan…

Continue ReadingItoophiyaa bakka ba’uun dorgommii miidhagina addunyaarratti sadarkaa 2ffaa kan baate Hasseet Darajjeef simannaa ho’aan taasifame

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad Pirezidaantii Riippabliika Islooveniyaa waliin mari’atan

AMN PLUS Caamsaa 28/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad(Dr) Pirezidaantii Riippabliika Islooveniyaa Naataashaa Piriik Muusaar waliin mari’atan. Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad ergaa karaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin har’a ganama Itoophiyaa daawwataa…

Continue ReadingMinistirri Muummee Abiyyi Ahimad Pirezidaantii Riippabliika Islooveniyaa waliin mari’atan

Hojjettoonni Daandii Qilleensaa Itoophiyaa hojiiwwan misoomaa Magaalaa Finfinnee daawwatan

AMN PLUS- Caamsaa 28/2017 Hojjettoonni Daandii Qilleensaa Itoophiyaa hojiiwwan misoomaa Magaalaa Finfinnee keessatti kana dura hojjetamaniifi hojjetamaa jiran daawwataniiru. Hojjettoonni Daandii Qilleensaa Itoophiyaa, kunneen sagantaa daawwii kanarratti akka jedhanitti, misooma…

Continue ReadingHojjettoonni Daandii Qilleensaa Itoophiyaa hojiiwwan misoomaa Magaalaa Finfinnee daawwatan

Ayyaanni Iidal Adahaa Arafaa 1446ffaan Magaalaa Finfinneetti bifa duudhaa fi sona amantichaa eegeen kabajamuu akka qabu ibsame

AMM PLUS-Caamsaa 28/2017 Manni Maree olaanaa dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Finfinnee Ayyaana Iidil Adahaa Arafaa bara kana yeroo 1446ffaaf kabajamu ilaalchisuu miidiyaaleef ibsa kenneera. Ibsicha kan kennan barreessaa olaanaan mana maree…

Continue ReadingAyyaanni Iidal Adahaa Arafaa 1446ffaan Magaalaa Finfinneetti bifa duudhaa fi sona amantichaa eegeen kabajamuu akka qabu ibsame

Manni Maree Ministirootaa Walgahii Idilee 47ffaa har’a taa’een dhimmoota garagaraa irratti mari’achuun murtoo dabarse

AMN PLUS Caamsaa 28/2017 Manni Maree Ministirootaa Walgahii Idilee 47ffaa har’a taa’een dhimmoota garagaraa irratti mari’achuun murtoo dabarseera. Murtoo Walgahii Idilee Mana Maree Ministirootaa 47ffaa Manni Maree Ministirootaa Walgahii Idilee…

Continue ReadingManni Maree Ministirootaa Walgahii Idilee 47ffaa har’a taa’een dhimmoota garagaraa irratti mari’achuun murtoo dabarse

Pirezidaantiin Islooveeniyaa Godambaa Yaadannoo injifannoo Adwaa daawwatan

AMN PLUS Caamsaa 28/2017 Pirezidaantiin Islooveeniyaa Naataash Piirs Muusaar (Dr.) Godambaa Yaadannoo injifannoo Adwaa daawwachuun siidaa goototaa Adwaa jala sirna abaaboo kaa’uu raawwataniiru. Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ergaa…

Continue ReadingPirezidaantiin Islooveeniyaa Godambaa Yaadannoo injifannoo Adwaa daawwatan

Carraaqqii Itoophiyaan Ulaa Galaanaa argachuuf taasiftu mootummaan Ameerikaa kan deeggaru ta’uu Itoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa ibsan

AMN PLUS Caamsaa 28/2017 Carraaqqii Itoophiyaan Ulaa Galaanaa argachuuf taasiftu mootummaan Ameerikaa kan deeggaru ta’uu Itoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa Erviin Maasiingaa ibsan

Continue ReadingCarraaqqii Itoophiyaan Ulaa Galaanaa argachuuf taasiftu mootummaan Ameerikaa kan deeggaru ta’uu Itoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa ibsan