Gareen Invastimantii Meedirook galteewwan tajaajila kalee dhiquuf oolan gumaachuusaa Kantiibaa Adaanech Abeebee ibsan
AMN PLUS- Adoolessa 7/2017 Gareen Invastimantii Meedirook galteewwan tajaajila kalee dhiquuf oolan gumaachuusaa Kantiibaa Adaanech Abeebee ibsan Kantiibaa Adaanech fuula marsaa hawsaasaa isaaniin erga dabarsaniin hojiin lubbuu baraaruu waaqaa fi…