Barreessituu Itti aantuun Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii Amiinaa Mohaammad Finfinnee dhufan

AMN PLUS- Adoolessa 20, 2017 Barreessituu Itti aantuun Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii Amiinaa Mohaammad yaa'ii Sirna Nyaataa UN 2ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee dhufan. Aadde Amiinaan Finfinnee Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee…

Continue ReadingBarreessituu Itti aantuun Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii Amiinaa Mohaammad Finfinnee dhufan

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) Barreessituu Itti aantuu Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii Amiinaa Mohaammad waliin mari’atan

AMN PLUS- Adoolessa 20, 2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) Barreessituu Itti aantuu Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii Amiinaa Mohaammad waliin waajjira isaaniitti mari'ataniiru. Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad ergaa karaa miidiyaa hawaasummaa…

Continue ReadingMinistirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) Barreessituu Itti aantuu Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii Amiinaa Mohaammad waliin mari’atan

Sagantaan ashaaraa magariisa Itiyoophiyaa xiyyeeffannaafi beekamtii biyyoota hadduu argachaa dhufuun ibsame

‎AMN PLUS-Adoolessa 20/2017 Mootummaan Naayijeeriyaa hojii ashaaraa magariisaa deeggaruuf bilqiltuu Itiyoophiyaaf gumaache. ‎Mootummaan Naayijeeriyaa sagantaa ashaaraa magariisa Itiyoophiyaa deggaaruuf biqiltuu kaashaa jedhamu kuma 2 fi sanyii isaa 100 gumaachaaniiru ‎Biqiltuufi…

Continue ReadingSagantaan ashaaraa magariisa Itiyoophiyaa xiyyeeffannaafi beekamtii biyyoota hadduu argachaa dhufuun ibsame

Kantiibaa Adaanech Abeebee meeshaaleen daa’imman taphataa ittiin baratan akkasumas kalaqaafi dandeetti xiinxaluusaanii dabaluu danda’an Faawundeeshinii Loogoorraa karaa Inisheetiivii Kilitiin Halzi Aksasiin arjoomamuu ibsan

AMN PLUS Adoolessa 20/2017 Kantiibaa Adaanech Abeebee meeshaaleen daa’imman taphataa ittiin baratan akkasumas kalaqaafi dandeetti xiinxaluusaanii dabaluu danda’an Faawundeeshinii Loogoorraa karaa Inisheetiivii Kilitiin Halzi Aksasiin arjoomamuu ibsaniiru. Kantiibaa Adaanech Abeebee…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebee meeshaaleen daa’imman taphataa ittiin baratan akkasumas kalaqaafi dandeetti xiinxaluusaanii dabaluu danda’an Faawundeeshinii Loogoorraa karaa Inisheetiivii Kilitiin Halzi Aksasiin arjoomamuu ibsan

Pirezidaantiin Somaaliyaa Hasan Shee Mahammud Finfinnee dhufan

AMN PLUS Adoolessa 20/2017 Pirezidaantiin Somaaliyaa Hasan Shee Mahammud yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniirratti hirmaachuuf Finfinnee dhufaniiru. Ministirri Muummee Itti aanaa Tamasgen Xurunaafi Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa…

Continue ReadingPirezidaantiin Somaaliyaa Hasan Shee Mahammud Finfinnee dhufan

Bakka buutonni biyyoota garagaraafi hooggantoonni dhaabbilee hojii addunyaa magaalaa Finfinneetti hojiiwwan misoomaa addaa addaa daawwatan

AMN PLUS Adoolessa 20/2017 Bakka buutonni biyyoota garagaraafi hooggantoonni dhaabbilee hojii addunyaa magaalaa Finfinneetti piroojektiiwwan misoomaa addaa addaa daawwataniiru. Hirmaattonni biyyotota addaa addaarraa Yaa’ii Sirna Nyaataa Dhaabbanni Biyyoota Gamtoomanii qopheesse…

Continue ReadingBakka buutonni biyyoota garagaraafi hooggantoonni dhaabbilee hojii addunyaa magaalaa Finfinneetti hojiiwwan misoomaa addaa addaa daawwatan

Sagantaan nyaata barattootaa biyyoota kaaniif muuxannoo gaarii ta’uun himame

AMN PLUS Adoolessa 20/2017 Hirmaattonni yaa’ii 2ffaa sirna nyaataa Dhaabbanni Biyyoota Gamtoomanii Magaalaa Finfinneetti qopheesse irratti hirmaachuuf dhufan mana barumsa Dajjaazmaach Wandiyiraaditti argamuun sagantaa nyaata barattootaa daawwataniiru. Hirmaattonni daawwannicharratti argamanis…

Continue ReadingSagantaan nyaata barattootaa biyyoota kaaniif muuxannoo gaarii ta’uun himame

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad(Dr) Ministira Muummee Itilii simatan

AMN PLUS Adoolessa 20/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad(Dr) Ministira Muummee Itilii Joorjiyaa Meeloniin simataniiru. Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad(Dr) ergaa toora miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin Ministira Muummee Riippabliika Itiliifi Pirezidaantii Mana…

Continue ReadingMinistirri Muummee Abiyyi Ahimad(Dr) Ministira Muummee Itilii simatan

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad hariiroo seena qabeessa, aadaafi walitti dhufeenya dippiloomaasii Itoophiyaafi Somaaliyaan qaban cimsuuf kan hojjetan ta’uu ibsan

AMN PLUS Adoolessa 20/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) hariiroo seena qabeessa, aadaafi walitti dhufeenya dippiloomaasii Itoophiyaafi Somaaliyaan qaban cimsuuf kan hojjetan ta’uu ibsan. Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) ergaa…

Continue ReadingMinistirri Muummee Abiyyi Ahimad hariiroo seena qabeessa, aadaafi walitti dhufeenya dippiloomaasii Itoophiyaafi Somaaliyaan qaban cimsuuf kan hojjetan ta’uu ibsan

Itoophiyaan damee qonnaan fayyadamummaa dargaggootaa giddu galeessa godhattee hojjetaa akka jirtu ibsame

AMN PLUS Adoolessa 20/2017 Itoophiyaan damee qonnaan fayyadamummaa dargaggootaa giddu galeessa godhattee hojjetaa akka jirtu Ministirri Dhimma Dubartootaafi Hawaasummaa Ergoogee Tasfaayee(Dr.) ibsan Yaa’iin Sirna Nyaataa 2ffaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii Finfinneetti…

Continue ReadingItoophiyaan damee qonnaan fayyadamummaa dargaggootaa giddu galeessa godhattee hojjetaa akka jirtu ibsame