Daangaan Yuukireen humnaan jijjiiramuu hin qabu – Gamtaa Awurooppaa

‎AMN PLUS- Hagayya 06/2017 ‎Hooggantootni Gamtaa Awurooppaa daangaawwan Yuukireen humnaan akka hin jijjiiramne kan akeekkachiisan marii Ameerikaa fi Raashiyaa Yuukireen irratti fuuleffachuun Alaaskaatti gaggeessuuf jiran, guyyoota lama dursuuni. ‎Hooggantootni Awurooppaa…

Continue ReadingDaangaan Yuukireen humnaan jijjiiramuu hin qabu – Gamtaa Awurooppaa

Namoonni Tiiktookii fayyadamuun walitti bu’iinsa kakaasuuf yaalan 5 to’annoo jala oolan

‎AMN PLUS - Hagayya 06/2017 ‎Miidiyaa hawaasummaa fayyadamuun qaamolee nageenyaa Magaalaa Finfinnee booressuuf yaalaniif obsa akka hin qabne Qajeelchi Waliigalaa Poolisii Finfinnee beeksisee jira. ‎Nageenya uummataa kabachiisuuf hojii qindoominaa hojjetameen…

Continue ReadingNamoonni Tiiktookii fayyadamuun walitti bu’iinsa kakaasuuf yaalan 5 to’annoo jala oolan

Yaa’iin Paartilee Siyaasaa Afriikaa, Gaanaa Akiraatti adeemsifamaa jira.

‎AMN PLUS - Hagayya 06/2017 ‎Gaanaatti yaa'iin 12ffaan paartilee siyaasaa Afriikaa adeemsifamaa jira. ‎Pireezidaantiin Itti Aanaa fi Itti Gaafatamaan Olaanaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Adam Faaraah fi Itti Gaafatamaan Damee Hariiroo…

Continue ReadingYaa’iin Paartilee Siyaasaa Afriikaa, Gaanaa Akiraatti adeemsifamaa jira.

Mariin Dhimma Misooma Qurxummii biyyoota miseensa IGAD Finfinneetti taa’amaa jira

‎AMN PLUS- Hagayya 06/2017 ‎Waltajjii Marii kana irratti bakka bu'oonni biyyoota miseensa Dhaabbata Misooma Biyyoota Afriikaa Bahaa (IGAD) fi bakka bu'oonni dhaabbilee SADC, ECOWAS akkasumas Komishinii Garba Indiyaa dhimma qabeenya…

Continue ReadingMariin Dhimma Misooma Qurxummii biyyoota miseensa IGAD Finfinneetti taa’amaa jira

Itoophiyaan dhiibbaa jijjiirama Qilleensaa qolachuuf misooma annisaa haaromfamaa baballisaa jirti – Ministeera Bishaanii fi Inarjii

‎AMN-PLUS Hagayya 6/2017 ‎Itoophiyaan dhiibbaa jijjiirama qilleensaa qolachuuf misooma annisaa haaromfamaa babal'isuu irratti akka argamtu Deetaan ministira bishaanii fi inarjii Inj Sulxan Walii (PhD) ibsaniiru. ‎Ministeerichi Yaa'ii Jijjirama Qilleensaa Afriikaa…

Continue ReadingItoophiyaan dhiibbaa jijjiirama Qilleensaa qolachuuf misooma annisaa haaromfamaa baballisaa jirti – Ministeera Bishaanii fi Inarjii

Dubartoota gara hooggansa sadarkaa olaanootti fiduun muuxannoo babal’achuu qabuudha jedhame.

‎AMN PLUS- Hagayya 06/2017 ‎Dubartoota gara sadarkaa hooggansa olaanootti fiduun muuxannoo gaarii babal'achuu qabudha jedhan, Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Itti Gaafatamtuun Damee Hooggansa Siyaasaafi Hirmaannaa Dubartootaa Aadde Dasseet Abbabaa. ‎Itti Gaafatamtuun…

Continue ReadingDubartoota gara hooggansa sadarkaa olaanootti fiduun muuxannoo babal’achuu qabuudha jedhame.

Naayijeeriyaan duula lafoofi qilleensaan shorarkeeasitoota 400 galaafatte

‎AMN PLUS - Hagayya 06/2017 ‎Naayijeeriyaan haleellaa qilleensaafi lafoon fudhatteen shorarkeessitoota 400 ajjeesuu beeksiste. Yeroo dheeraaf Nageenya dhabuun qoramaa kan turte Naayijeeriyaan haleellaa qindoomaa qilleensaafi lafaan gaggeessiteen bulchiinsaa Zamfaraa jedhamutti…

Continue ReadingNaayijeeriyaan duula lafoofi qilleensaan shorarkeeasitoota 400 galaafatte

Inisheetiivichi rakkoo damee ijaarsaa jiru furee dorgomaa taasisa- Obbo Tamasgeen Xirunaa

‎AMN PLUS - Hagayya 06/2017 ‎Innisheetiiviin Tiraansfoormeeshinii Industrii Ijaarsaa rakkoolee damee kanaan jiru furee hirmaattotni damee konistiraakshinii Itoophiyaa biyyoota ollaa fi biyyoota Afriikaa tti dorgomoo akka ta'an ni gargaara jedhan…

Continue ReadingInisheetiivichi rakkoo damee ijaarsaa jiru furee dorgomaa taasisa- Obbo Tamasgeen Xirunaa

Namiticha daandiirra jiraatu, dorgommii fiigichaa akka tasaa itti makamuun fiigee injifate

‎AMN PLUS - Hagayya 06/2017 ‎Isaaq Doos Saantoos jedhama. Biraazilitti jiraatan magaalaa Gaaraavaawoo Doo Noortee yoo tahu araadni dhugaatii isaa hammaachuun daandiirra akka jiraatu taasise. ‎Maarree tibbana, akkuma Amala isaa…

Continue ReadingNamiticha daandiirra jiraatu, dorgommii fiigichaa akka tasaa itti makamuun fiigee injifate

Ameerikaa fi Chaayinaan daballii taarifaa hambisuuf yeroo waliigaltee daldalaa dheeressan

‎AMN PLUS - Hagayya 06/2017 ‎Ameerikaa fi Chaayinaan daballiin taarifaa hojiirra ooluu isaa dursee waliigaltee daldalaa isaanii guyyoota 90n dheeressuu himame. ‎Biyyootni diinagdee addunyaa dursan lameen Ameerikaa fi Chaayinaan marii…

Continue ReadingAmeerikaa fi Chaayinaan daballii taarifaa hambisuuf yeroo waliigaltee daldalaa dheeressan