‎Qonnaan bulaa, Finfinnee waliin guddataa jiran- Obbo Sisaay Mangistuu‎‎

AMN PLUS- Hagayya 07/2017‎‎ Obbo Siisaay Mangistuu qonnaan bulaa Magaalaa Finfinnee kutaa Magaalaa Boolee Aanaa 12 keessa jiraatanidha.‎Jijjiiramaan asitti carraa qonnaan bulaa magaalaaf uumameen‎ qe'ee akaakileefi abaabileerra dhaalanirratti hojii qonnaa garaa…

Continue Reading‎Qonnaan bulaa, Finfinnee waliin guddataa jiran- Obbo Sisaay Mangistuu‎‎

Zeleniskiin hooggantoota Awurooppaa waliin mari’achuuf Barliin seenan

‎AMN PLUS- Hagayya 7/2017 ‎Waamicha hooggantoota Awurooppaa hordofuun pireezdaantiin Yuukireen Volodyirmiir Zeleniskiin har’a Barliin seenaniiru. ‎Zeleniskii walgahii Ameerikaa fi Raashiyaa Jimaata dhufu gaggeeffamuuf beellamame dursaniiti Barliin kan galan. ‎Muummichi ministeeraa…

Continue ReadingZeleniskiin hooggantoota Awurooppaa waliin mari’achuuf Barliin seenan

Hojiin Dijitaalaa EBC qaama imala Itoophiyaa Diijitaalessuuti- Laggasaa Tulluu (PhD)

AMN PLUS - Hagayya 07/2017 Korporeeshiniin Biroodkaastiingii Itoophiyaa appilikeeshinii haaraa EBC Diijitaalaa eebbisiise. Hojiin dijitaalaa fi danummaan qabiyyee EBC dantaa biyyaalessaa biyyattii kan eegsisuu fi miidiyaalee biroof boqonnaa haaraa kan…

Continue ReadingHojiin Dijitaalaa EBC qaama imala Itoophiyaa Diijitaalessuuti- Laggasaa Tulluu (PhD)

Daa’ima kichuu ugguruun shakkamtoonni birrii miiliyoona lama gaafatan to’ataman

‎AMNPLUS- Hagayya 07/2017 Magaalaa Finfinneetti shakkamtoonni 4 daa'ima kichuu waggaa tokkoofi ji'a saddeetii ugguruun birrii miiliyoona lama gaafatan to'atamuu Qajeelchi Waliigalaa Poolisii Finfinnee beeksise. Yakki kun Adoolessa 30/2017 halkan naannoo…

Continue ReadingDaa’ima kichuu ugguruun shakkamtoonni birrii miiliyoona lama gaafatan to’ataman

Pireezdaant Zelenskii hooggantoota Awurooppaa waliin mari’achuuf Barliin seenan.

‎AMN PLUS- Hagayya 7/2017 ‎Waamicha hooggantoota Awurooppaa hordofuun pireezdaantiin Yuukireen Volodymyr Zelenskii har’a Barliin seenaniiru. ‎Zelenskii walgahii Ameerikaa fi Raashiyaa Jimaata dhufu gaggeeffamuuf beellamame dursaniiti Barlii ‎Muummichi ministeeraa Biriteen Keeyir…

Continue ReadingPireezdaant Zelenskii hooggantoota Awurooppaa waliin mari’achuuf Barliin seenan.

Sa’aatii 24 keessatti roobni jabaan haga miilii meetira 30 roobuu danda’a jedhame

‎AMN PLUS - Hagayya 7/2017 ‎Inistiitiyuutiin Meetiyoorooloojii Biyyaalessa Hagayya 5/2017 irraa eegalee guyyoota 20 dhufan keessatti haalli qilleensaa hojii qonna irraatti dhiibbaa fiduu danda'u ilaalchisee ibsa ergeera. Ibsichaanis ‎Guyyoota 10…

Continue ReadingSa’aatii 24 keessatti roobni jabaan haga miilii meetira 30 roobuu danda’a jedhame

Miidhaa hojjettoota damee ijaarsaa irra gahu xiqqeessuuf hojjetamaa jira

‎AMN PLUS - Hagayya 07/2017 Magaalaa Finfinneetti ‎miidhaa lammiilee damee ijaarsaa irra gahu xiqqeessuuf hojjetamaa jira jedhame. Abbaan Taayitaa Eeyyamaafi To'annoo Ijaarsaa Magaalaa Finfinnee miidhama qaamaafi lubbuun darbuu wayita ijaarsaa…

Continue ReadingMiidhaa hojjettoota damee ijaarsaa irra gahu xiqqeessuuf hojjetamaa jira

Magaalaa halkan waarii kubbaa taphachuu aadaa taasisaa jirtu- Finfinnee‎‎

AMN PLUS - Hagayya 07/2017 ‎Dargaggoo Zalaalam Malaakuu Magaalaa Finfinnee, Kutaa Magaalaa Qiirqoos Aanaa 11 keessa jiraata. Kanaan dura, hojiin boodas tahe guyyaa boqonnaaatti bakka itti bashannanuufi sochii qaamaa itti…

Continue ReadingMagaalaa halkan waarii kubbaa taphachuu aadaa taasisaa jirtu- Finfinnee‎‎