Mootummaan bara 2018 Fulbaana irraa eegalee hojjettottaaf miindaa fooyyessuuf murteesse
Mootummaan Federaalaa jireenya lammilee fooyyeessuuf carraaqii gochaa jira. Mootummaan haalla kaffaltii gadi aanaa hojjettoota mootummaa yeroo dheeraaf deebii osoo hin argatin tureefi dhiibbaa jireenyaa kanaan wal qabatee dhufu daballii miindaa…