Yismaawu Diluu fi Malkinaat Wudduu Fiigicha guddicha Itoophiyaa injifatan
AMN PLUS - Sadaasa 14/2018 Fiigicha Guddicha Itoophiyaa 25ffaa har'a geggeeffameen Yismaawu Diluu fi Malkinaat Wudduu koorniyaa lamaaniin injifatan.
AMN PLUS - Sadaasa 14/2018 Fiigicha Guddicha Itoophiyaa 25ffaa har'a geggeeffameen Yismaawu Diluu fi Malkinaat Wudduu koorniyaa lamaaniin injifatan.
AMN PLUS - Sadaasa 14/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Fiigichi Guddichi Itoophiyaa sadarkaa idil-addunyaatti akka guddatuuf ni hojjenna jedhan. Aadde Adaanech Abeebeen ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, fiigicha…
AMN PLUS - Sadaasa 14/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Walgahii G20 cinatti Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Gutareez waliin marii bu’a qabeessa ta’e gaggeessuu himan. Marii isaaniinis…
AMN PLUS - Sadaasa 14/2018 Ergaa MM Abiyyi Ahimad (PhD) "Waa'ee kubbaa miilaa Afrikaa fi ga'ee Itoophiyaan guddina isaa keessatti qabdu irratti Pirezidaantii CAF Dr. Paatris Motsepee waliin marii bu'aa…
AMN PLUS - Sadaasa 14/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Pirezidaantii Biraaziil Luulaa Da Siilvaa waliin mari’ataniiru. Dooktar Abiyyi ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, dhimmoota diinagdeefi bu’uuraalee misoomaa waaraa…
AMN PLUS- Sadaasa 13/2018 AMN dorgommii addaa 'Addis Talent Show' dameewwan sadiin Sagalee, Taatoofi Sarkasiin dorgomsiisaa ture keessaa dameen sagalee har'a xumurasaa argateera. Dorgommii marsaalee torbaaf adeemsifamaa ture kanaan Hayaat…
AMN PLUS- Sadaasa 13/2018 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad yaa'ii biyyoota garee 20 cinatti Ministira Muummee UK Kiir Staarmar waliin mari'achuu himan. Mareen isaanii hariiroo cimaa biyyoota lameen gidduu baroota lakkoofsise…