Dirree Dhawaan Finfinnee irraa muuxannoo hedduu fudhachaa jirti- Kantiibaa Kadir Juhaar

You are currently viewing Dirree Dhawaan Finfinnee irraa muuxannoo hedduu fudhachaa jirti- Kantiibaa Kadir Juhaar

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 29/2018

‎Kantiibaan Magaalaa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar magaalaan Finfinnee dullumasheerraa fayyuu himan.

Kantiibaa Kadir AMN PLUS’f yaada kennaniin magaalaa yeroo gara yerootti jijjiiramarra jirtu Finfinneerraa Magaalaan Dirree Dhawaa muuxannoo guddaa fudhachaa jirti jedhan.

‎Dabalataanis, Misoomni Magaalaa Finfinnee irratti hojjatamu namooma guddu galeessa taasifachuu ibsaniiru.

‎Daawwanaan hooggantoota Paartii Badhaaninaa olaanoon taasifamaa jiru kun waaree boodas itti fufeera.

‎Hooggantootni kunneen ganama kana Godambaa Saayinsii, Paarkii Irreechaa, Ambasaaddar, Afincoobarrii fi Paarkii Araadaa irra naanna’uun daawwataniiru.

‎Daawwannaa waaree boodaan rakkoo mana jireenyaa furuuf, qaala’insa jireenyaa hir’isuuf, akkasumas koonfirasii turiizimii babal’isuuf hojiiwwan Bulchiinsi Magaalaa Finfinneen hojjataman akka daawwataa jiran hubatameera.

‎Bayyanaa Taaddasaatu gabaase

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply