Ayyaanni Saboota Sablammootaa fi Uummattoota Itoophiyaa 20 ffaan Sadarkaa Naannoo Oromiyaatti kabajamaa jira

You are currently viewing Ayyaanni Saboota Sablammootaa fi Uummattoota Itoophiyaa 20 ffaan Sadarkaa Naannoo Oromiyaatti kabajamaa jira

‎AMN PLUS-Sadaasa 21/2018

‎Ayyaanni Saboota Sablammootaa fi Uummattoota Itoophiyaa 20 ffaan Sadarkaa Naannoo Oromiyaatti Godina Gujii Lixaa Magaalaa Bulee Horaatti Kabajamaa jira.

‎Sagantichi har’a Marii Paanaaliin Magaalaa Bulee horaatti dhaadannoo “Waliigaltee Dimokiraatawaa Tokkummaa Sabdaneessaaf” jedhuun adeemsifamuu eegaleera.

‎Misikkir Alamaayyootu gabaase

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply