Godina Arsii Lixaa Shaashamanneetti dhimma biyyaa irratti mari’atamaa jira

You are currently viewing Godina Arsii Lixaa Shaashamanneetti dhimma biyyaa irratti mari’atamaa jira

‎AMN PLUS- Mudde 4/2018

Godina Arsii Lixaa Magaalaa Shaashamanneetti mariin hawaasaa mata duree “Misraachoo Gubaa; Bu’aalee Mootummaa Ida’amuu” jedhuun adeemsifamaa jira.

‎Uummatni Godina Arsii Lixaafi Magaalaa Shaashamannee Misraachoon Gubaa “Dafqa Keenyaafi Guddummaa Itoophiyaatiin argame” jedhaniiru.

‎Marii hawaasaa Godina Arsii Magaalaa Shaashamanneetti taa’amaa jiru kanaarratti Ministirri Dhimma Alaa Geediyoon Ximootiwos (PhD), Itti Gaafatamaan Damee Ijaarsa Paartii Badhaadhinaa Oromiyaa Dooktar Mangistuu Baqqalaa, Itti gaafatamaa Paartii Badhaadhinaa Damee Naannoo Amaaraa Obbo Yirgaa Sisaay akkasumas Hoggantootni olaanoon federaalaa, naannoo, Magaalaa Shaashamanneefi Godina Arsii Lixaa argamaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply