Buufatni Xiyyaaraa Idil-addunyaa haaraan Itoophiyaaf maalif barbaachise?

You are currently viewing Buufatni Xiyyaaraa Idil-addunyaa haaraan Itoophiyaaf maalif barbaachise?

AMN PLUS – Amajjii 1/2018

Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa erga hundeeffamee Waggaa 80 lakkoofsiseera.

Buufatni Xiyyaaraa Idil-addunyaa Boolee waggaatti imaltoota miiliyoona 25 keessummeessaa waan jiruuf dhiphina tajaajilaa guddaan mudataa jira.

Yeroo ammaa Xiyyaarota Ammayyaa 160 qaba, dhiyeenyatti ammoo Xiyyaarota haaraa 60 fudhata. Waliigalaan Xiyyaarota 220 keessummeessuuf bakka gahaa barbaada.

Ammatti bakka Gahumsa balalii, Magaalota addunyaa 145tti taasisa. Gahumsa isaas yeroo dhiyootti guddisa.

Kanaafis Buufata Xiyyaaraa Idil-addunyaa tokko qofaan tajaajila kanneen keessummeessuun rakkisaadha.

Bu’uura kanaan Buufatni Xiyyaaraa Idil-addunyaa Bishooftuu dhiyeenya ijaaramuu eegala.

Seenaa guddaa! Walitti hidhamiinsa Olaanaa! Karoora guddaa!

#PMOEthiopia

#FlyToEthiopia

#VisitEthiopia

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply